Wikipedia
omwiki
https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura
MediaWiki 1.39.0-wmf.22
first-letter
Media
Special
Talk
User
User talk
Wikipedia
Wikipedia talk
File
File talk
MediaWiki
MediaWiki talk
Template
Template talk
Help
Help talk
Category
Category talk
TimedText
TimedText talk
Module
Module talk
Gadget
Gadget talk
Gadget definition
Gadget definition talk
Bilillee/Mehbuba
0
8054
38036
2022-07-31T04:31:15Z
Ahrada2021
8027
Fuula Harra: [[File:Mahbuba or Bilille.jpg|thumb|Mahbuba An Oromo Girl]] {{Infobox noble|Maqaa=bilille|Mata-duree=}} '''[[:wikt:om:Bilillee|Bililleen]]''' (Mehbuubaas ni jedhamti) intala Oromoo garbummaatti gurguramtee ilma mooticha biyya [[Jarmanii|Jarmaniitin]] bitamte. Ilmi mootichaa kun Bililleedhaa maqaa Maahibuubaa itti moggaase. Kunis Afaan Arabaatin 'jaalallee koo' jechuudha. Ilmi mootichaa kun Bilillee jaalallee isaa godhate.
wikitext
text/x-wiki
[[File:Mahbuba or Bilille.jpg|thumb|Mahbuba An Oromo Girl]]
{{Infobox noble|Maqaa=bilille|Mata-duree=}}
'''[[:wikt:om:Bilillee|Bililleen]]''' (Mehbuubaas ni jedhamti) intala Oromoo garbummaatti gurguramtee ilma mooticha biyya [[Jarmanii|Jarmaniitin]] bitamte. Ilmi mootichaa kun Bililleedhaa maqaa Maahibuubaa itti moggaase. Kunis Afaan Arabaatin 'jaalallee koo' jechuudha. Ilmi mootichaa kun Bilillee jaalallee isaa godhate.
9sw8841g6a1rd4hjbgn2c5d3z15t8tp
38037
38036
2022-07-31T04:32:27Z
Ahrada2021
8027
wikitext
text/x-wiki
[[File:Mahbuba or Bilille.jpg|thumb|Mahbuba An Oromo Girl]]
{{Infobox noble|Maqaa=bilille|Mata-duree=}}
'''[[:wikt:om:Bilillee|Bililleen]]''' (Mehbuubaas ni jedhamti) intala Oromoo garbummaatti gurguramtee ilma mooticha biyya [[Jarmanii|Jarmaniitin]] bitamte. Ilmi mootichaa kun Bililleedhaa maqaa Maahibuubaa itti moggaase. Kunis Afaan Arabaatin 'jaalallee koo' jechuudha. Ilmi mootichaa kun Bilillee jaalallee isaa godhate.
== Seenaa ==
Bililleen maqaa maatiin ishee akkuma [[aadaa]] fi [[duudhaa]] Oromtichaatti ishiif baasani. Kan dhalatte [[Oromiyaa]] dhihaa bakka [[Gummaa]] jedhamuutti . Barri isheen dhalattee 1820n keessa. Dhalattee yoo waggaa kudhan guuttuu, bara 1835-6, biyya isheen dhalatetti lolli ka’e. Abbaa fi oobboleewwan ishee ja'an ni ajjeefaman. Bilillee fi oobboleetiin ishii ammoo booji’amanii gabrooman. Sanaan booda obboleewwan lamaan kun gara [[Gondor|Gondoritti]] fudhatamuun achittis gargar bahan; sana booda deebi’anii wal hin agarre.
Umriin ishee ijoollee haata’u malee, yaannii fi hojiin ishii akka nama guddaa ture. Kun ammoo Paklaar daran akka ishii jaalaatu taasise. Qulqullina garaa ishii fi fedhiin Bililleen barumsaaf qabdu guddaa qalbii isaa fudhate. Kanarraa kan ka’e, [[Afaan Arabaa]] fi [[Afaan Jarmanii]] akka barattu waan barbaadeef, bakka daawwachuu deemu hundattu Mahibuubaa of biraa hin hambisu ture. Yaadni isheen iddoo tokko erga daawwatte booda kennitu baay’ee isa ajaa’ibsiisaa ture. Amalli ishii kun amala cimaa Paklar yeroo [[Yuurooppi|Awurooppaadhaa]] dhufu qabu akka jijjiirratu godhe. Kanaaf, Paklar yeroo tokko, “Nama dhugaan wajjiin jirtu wajjiin ooleen, yeroo baay’ee booda nama dhugaa ta’e,” jedhee barreesse.
Biyyoota bahaa waggaa sadiif erga daawwatanii booda, bara 1840 Paklarii fi Mahbuubaan gara [[Awurooppaa]] deebi’an. Yeroo kana Mahibuubaa dhukkubni sombaa fi heexoo waan qabeef, baay’ee dhukkubsatte. Nafti ishees baay’ee huqqattee lafeetti baate. Paklaar osoo garaan jibbuu Mahibuubaa mana isaa Muskaa jiru keessatti dooktora isaatti amaanaa kennatee haadha manaa isaa dhukkubsatte gaafachuu [[Barliin]] deeme. Yeroo kana baay’ee dhukkubsattullee, Mahibubaan dardarri biyya ishee Oshuu Aagaa kan jedhamuun wal barte. Oshuu Aagaa irraan immoo, hayyicha [[Jarmanii]] kan [[Afaan Oromoo]] qoratu, [[Tuucheekiin]], walbarte. Sirba Oromoo kan Bililleen sirbite hayyichi kun galmeesee dhalootaaf dabarsee jira.
Ijoollummaa isheetii kaasee guddisee jaalallee akka ija isaatti ilaalu kan taasise, Paklaar, haati manaa isaa waan guddaa dhukkubsateef [[Barliin]] gara Mahibuubaatti deebi’uu hindandeenye. Garuu xalayaa ni barreessaaf ture. Mahibuubas dhukkubni guyyuma guyyaan itti cimaa adeeme. Akka hindandamanne garaan waan beekeef, yoo duutu Paklar akka ishee bira taa’u guddaa hawwite.Fedhii ishee kanas dhukkubsatte barreessuu waan dadhabdeef dooktorri ishee barreesseef. Yeroo xalayaan kun harka Paklar gaheetti haati manaa isaa daran waan dhukkubsatteef gara Mahibuubatti hatattamaan deemuu hin dandeenye. Kanaaf, rakkina irra jiru ibsee xalayaa fi meetii maqaan ‘Maahibuubaa’ jedhu irratti bocame ergeef. Garuu yoo xalayichifi meetichi Onkololeessa 27, 1840 [[Muskaa]] gahu, Bililleen garuu arguu hin dandeenye; isheenis, isa dhumaaf addunyaa kanarraa boqatte.
fld3h78ddyebzh9setga4j3mkzbf5sz
38038
38037
2022-07-31T04:33:48Z
Ahrada2021
8027
/* Seenaa */

== Wabii ==
* Barnoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa Kutaa 9, 2012
6pmatwpywmgmd2zq4cyjjohaj23k3xx
38039
38038
2022-07-31T04:41:32Z
Ahrada2021
8027
/* Seenaa */
wikitext
text/x-wiki
[[File:Mahbuba or Bilille.jpg|thumb|Mahbuba An Oromo Girl]]
{{Infobox noble|Maqaa=bilille|Mata-duree=}}
'''[[:wikt:om:Bilillee|Bililleen]]''' (Mehbuubaas ni jedhamti) intala Oromoo garbummaatti gurguramtee ilma mooticha biyya [[Jarmanii|Jarmaniitin]] bitamte. Ilmi mootichaa kun Bililleedhaa maqaa Maahibuubaa itti moggaase. Kunis Afaan Arabaatin 'jaalallee koo' jechuudha. Ilmi mootichaa kun Bilillee jaalallee isaa godhate.
== Seenaa ==
[[File:Schloss Branitz Innen 21.jpg|thumbs|Artistii hin beekamneen kan kaafame]]

pu6ckx26jcqux1q1wtz07e1208y4p44
38040
38039
2022-07-31T04:42:05Z
Ahrada2021
8027
/* Seenaa */
wikitext
text/x-wiki
[[File:Mahbuba or Bilille.jpg|thumb|Mahbuba An Oromo Girl]]
{{Infobox noble|Maqaa=bilille|Mata-duree=}}
'''[[:wikt:om:Bilillee|Bililleen]]''' (Mehbuubaas ni jedhamti) intala Oromoo garbummaatti gurguramtee ilma mooticha biyya [[Jarmanii|Jarmaniitin]] bitamte. Ilmi mootichaa kun Bililleedhaa maqaa Maahibuubaa itti moggaase. Kunis Afaan Arabaatin 'jaalallee koo' jechuudha. Ilmi mootichaa kun Bilillee jaalallee isaa godhate.
== Seenaa ==
[[File:Schloss Branitz Innen 21.jpg|thumb|Artistii hin beekamneen kan kaafame]]

su3psnwg6dyqwk5eumn4hqeiot119f4
38041
38040
2022-07-31T05:19:51Z
Ahrada2021
8027
/* Awwaalcha */

==Awwaalcha==
Awwaalli Machbubaa/[[Bilillee]], bakka awwaalchaa waldaa Pirootestaantii [[Baad Maskaawu]] keessatti kunuunfamee jira. Ebla 23, 2004 Jarmanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa ''Aadde'' '''Hiruy Amanu’eel''' awwaala kana daawwataniiru.
==Wabii==
* Barnoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa Kutaa 9, 2012
r6zcz7ndmhzahnfmwzqxbqb2yc5mnnl
38042
38041
2022-07-31T05:20:22Z

Awwaalli ''Machbuba''/[[Bilillee]], bakka awwaalchaa waldaa Pirootestaantii [[Baad Maskaawu]] keessatti kunuunfamee jira. Ebla 23, 2004 Jarmanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa ''Aadde'' '''Hiruy Amanu’eel''' awwaala kana daawwataniiru.
==Wabii==
* Barnoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa Kutaa 9, 2012
pkfd7q7mffdq84g968qgantu0cd777c
38043
38042
2022-07-31T05:21:49Z
Ahrada2021
8027
/* Seenaa */
wikitext
text/x-wiki
[[File:Mahbuba or Bilille.jpg|thumb|Mahbuba An Oromo Girl]]
{{Infobox noble|Maqaa=bilille|Mata-duree=}}
'''[[:wikt:om:Bilillee|Bililleen]]''' (Mehbuubaas ni jedhamti) intala Oromoo garbummaatti gurguramtee ilma mooticha biyya [[Jarmanii|Jarmaniitin]] bitamte. Ilmi mootichaa kun Bililleedhaa maqaa Maahibuubaa itti moggaase. Kunis Afaan Arabaatin 'jaalallee koo' jechuudha. Ilmi mootichaa kun Bilillee jaalallee isaa godhate.
== Seenaa ==
[[File:Schloss Branitz Innen 21.jpg|thumb|Artistii hin beekamneen ''1840'' kan kaafame]]

bbpgah6vylhw4qqho9helfux0fqi85u
38044
38043
2022-07-31T05:27:19Z

[[File:Machbuba Totenmaske Cottbus.jpg|thumb|Awwaalcha Bilillee kan mormi citee irra jiru]]
==Wabii==
* Barnoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa Kutaa 9, 2012
d2kh8gxrc02c2mqfrdu2y60n5b708tb
38045
38044
2022-07-31T05:39:18Z
Ahrada2021
8027
wikitext
text/x-wiki
[[File:Mahbuba or Bilille.jpg|thumb|Mahbuba An Oromo Girl]]
{{Infobox noble|Maqaa=bilille|Mata-duree=}}
'''[[:wikt:om:Bilillee|Bililleen]]''' (Mehbuubaa ykn Ajiyamees ni jedhamti) intala Oromoo garbummaatti gurguramtee ilma mooticha biyya [[Jarmanii|Jarmaniitin]] bitamte. Ilmi mootichaa kun Bililleedhaa maqaa Maahibuubaa itti moggaase. Kunis Afaan Arabaatin 'jaalallee koo' jechuudha. Ilmi mootichaa kun Bilillee jaalallee isaa godhate.
== Seenaa ==
[[File:Schloss Branitz Innen 21.jpg|thumb|Artistii hin beekamneen ''1840'' kan kaafame]]
Bililleen maqaa maatiin ishee akkuma [[aadaa]] fi [[duudhaa]] Oromtichaatti ishiif baasani. Kan dhalatte [[Oromiyaa]] dhihaa bakka [[Gummaa]] jedhamuutti . Barri isheen dhalattee 1820n keessa. Dhalattee yoo waggaa kudhan guuttuu, bara 1835-6, biyya isheen dhalatetti lolli ka’e. Abbaa fi oobboleewwan ishee ja'an ni ajjeefaman. Bilillee fi oobboleetiin ishii ammoo booji’amanii gabrooman. Sanaan booda obboleewwan lamaan kun gara [[Gondor|Gondoritti]] fudhatamuun achittis gargar bahan; sana booda deebi’anii wal hin agarre.
Umriin ishee ijoollee haata’u malee, yaannii fi hojiin ishii akka nama guddaa ture. Kun ammoo Paklaar daran akka ishii jaalaatu taasise. Qulqullina garaa ishii fi fedhiin Bililleen barumsaaf qabdu guddaa qalbii isaa fudhate. Kanarraa kan ka’e, [[Afaan Arabaa]] fi [[Afaan Jarmanii]] akka barattu waan barbaadeef, bakka daawwachuu deemu hundattu Mahibuubaa of biraa hin hambisu ture. Yaadni isheen iddoo tokko erga daawwatte booda kennitu baay’ee isa ajaa’ibsiisaa ture. Amalli ishii kun amala cimaa Paklar yeroo [[Yuurooppi|Awurooppaadhaa]] dhufu qabu akka jijjiirratu godhe. Kanaaf, Paklar yeroo tokko, “Nama dhugaan wajjiin jirtu wajjiin ooleen, yeroo baay’ee booda nama dhugaa ta’e,” jedhee barreesse.
Biyyoota bahaa waggaa sadiif erga daawwatanii booda, bara 1840 Paklarii fi Mahbuubaan gara [[Awurooppaa]] deebi’an. Yeroo kana Mahibuubaa dhukkubni sombaa fi heexoo waan qabeef, baay’ee dhukkubsatte. Nafti ishees baay’ee huqqattee lafeetti baate. Paklaar osoo garaan jibbuu Mahibuubaa mana isaa Muskaa jiru keessatti dooktora isaatti amaanaa kennatee haadha manaa isaa dhukkubsatte gaafachuu [[Barliin]] deeme. Yeroo kana baay’ee dhukkubsattullee, Mahibubaan dardarri biyya ishee Oshuu Aagaa kan jedhamuun wal barte. Oshuu Aagaa irraan immoo, hayyicha [[Jarmanii]] kan [[Afaan Oromoo]] qoratu, [[Tuucheekiin]], walbarte. Sirba Oromoo kan Bililleen sirbite hayyichi kun galmeesee dhalootaaf dabarsee jira.
Ijoollummaa isheetii kaasee guddisee jaalallee akka ija isaatti ilaalu kan taasise, Paklaar, haati manaa isaa waan guddaa dhukkubsateef [[Barliin]] gara Mahibuubaatti deebi’uu hindandeenye. Garuu xalayaa ni barreessaaf ture. Mahibuubas dhukkubni guyyuma guyyaan itti cimaa adeeme. Akka hindandamanne garaan waan beekeef, yoo duutu Paklar akka ishee bira taa’u guddaa hawwite.Fedhii ishee kanas dhukkubsatte barreessuu waan dadhabdeef dooktorri ishee barreesseef. Yeroo xalayaan kun harka Paklar gaheetti haati manaa isaa daran waan dhukkubsatteef gara Mahibuubatti hatattamaan deemuu hin dandeenye. Kanaaf, rakkina irra jiru ibsee xalayaa fi meetii maqaan ‘Maahibuubaa’ jedhu irratti bocame ergeef. Garuu yoo xalayichifi meetichi Onkololeessa 27, 1840 [[Muskaa]] gahu, Bililleen garuu arguu hin dandeenye; isheenis, isa dhumaaf addunyaa kanarraa boqatte.
==Awwaalcha==
Awwaalli ''Machbuba''/[[Bilillee]], bakka awwaalchaa waldaa Pirootestaantii [[Baad Maskaawu]] keessatti kunuunfamee jira. Ebla 23, 2004 Jarmanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa ''Aadde'' '''Hiruy Amanu’eel''' awwaala kana daawwataniiru.
[[File:Machbuba Totenmaske Cottbus.jpg|thumb|Awwaalcha Bilillee kan mormi citee irra jiru]]
==Wabii==
* Barnoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa Kutaa 9, 2012
g4aln5esiy4x62fe5k1u6499zndcivp
Kuusdeetaa
0
8055
38046
2022-07-31T06:06:53Z
Ahrada2021
8027
Fuula Harra: Shallaggii keessatti , kuusdeetaa jechuun daataa qindaa’ee kuufamee karaa elektirooniksiitiin argamudha. Kuusaawwan deetaa xixiqqoo [[sirna]] faayilii irratti kuufamuu kan danda'an yoo ta'u , kuusdeetaa gurguddoon ammoo kilaastaroota kompiitaraa ykn kuusaa duumessaa irratti keessummeessamu . Dizaayiniin kuusaawwan deetaa tooftaalee idilee fi yaadannoo qabatamaa kan hammatu yoo ta’u, kunis moodeela deetaa , bakka bu’iinsaa fi kuusaa deetaa gahumsa qabu, afaanota gaaffii ,...
wikitext
text/x-wiki
Shallaggii keessatti , kuusdeetaa jechuun daataa qindaa’ee kuufamee karaa elektirooniksiitiin argamudha. Kuusaawwan deetaa xixiqqoo [[sirna]] faayilii irratti kuufamuu kan danda'an yoo ta'u , kuusdeetaa gurguddoon ammoo kilaastaroota kompiitaraa ykn kuusaa duumessaa irratti keessummeessamu . Dizaayiniin kuusaawwan deetaa tooftaalee idilee fi yaadannoo qabatamaa kan hammatu yoo ta’u, kunis moodeela deetaa , bakka bu’iinsaa fi kuusaa deetaa gahumsa qabu, afaanota gaaffii , nageenya fi iccitii deetaa miira qabeessa, fi dhimmoota shallaggii raabsaman dabalatee, qaqqabummaa walfaana deeggaru fibadii dandamachuu .
dwep3glf4bla9ojfp8bi652nzylg5t1
38047
38046
2022-07-31T06:15:05Z
Ahrada2021
8027
wikitext
text/x-wiki
Shallaggii keessatti , kuusdeetaa jechuun daataa qindaa’ee kuufamee karaa elektirooniksiitiin argamudha. Kuusaawwan deetaa xixiqqoo [[sirna]] faayilii irratti kuufamuu kan danda'an yoo ta'u , kuusdeetaa gurguddoon ammoo kilaastaroota kompiitaraa ykn kuusaa duumessaa irratti keessummeessamu . Dizaayiniin kuusaawwan deetaa tooftaalee idilee fi yaadannoo qabatamaa kan hammatu yoo ta’u, kunis moodeela deetaa , bakka bu’iinsaa fi kuusaa deetaa gahumsa qabu, afaanota gaaffii , nageenya fi iccitii deetaa miira qabeessa, fi dhimmoota shallaggii raabsaman dabalatee, qaqqabummaa walfaana deeggaru fi badii dandamachuudha.
[[Image:DVD Rental Query.png|thumb|Hima filannoo SQL fi bu'aa isaa|upright=1.35]]
Menuu guddaa banaa
Wiikiipiidiyaa
Barbaaduu
Kuusaa Deetaa
Barruu qorannoo Dubbachuu
Afaan
PDF buufadhaa
Ilaaluu
Gulaaluu
Barreeffamni kun waa'ee yaada kompiitaraati. Fakkeenya yaad-rimee waliigalaa, Tarreewwan kuusdeetaa ilaali .
Shallaggii keessatti , kuusaan deetaa jechuun daataa qindaa’ee kuufamee karaa elektirooniksiitiin argamudha. Kuusaawwan deetaa xixiqqoo sirna faayilii irratti kuufamuu kan danda'an yoo ta'u , kuusdeetaa gurguddoon ammoo kilaastaroota kompiitaraa ykn kuusaa duumessaa irratti keessummeessamu . Dizaayiniin kuusaawwan deetaa tooftaalee idilee fi yaadannoo qabatamaa kan hammatu yoo ta’u, kunis moodeela deetaa , bakka bu’iinsaa fi kuusaa deetaa gahumsa qabu, afaanota gaaffii , nageenya fi iccitii deetaa miira qabeessa, fi dhimmoota shallaggii raabsaman dabalatee, qaqqabummaa walfaana deeggaru fibadii dandamachuu .
Hima filannoo SQL fi bu'aa isaa
Sirni bulchiinsa kuusdeetaa ( DBMS ) sooftiweerii fayyadamtoota dhumaa , aplikeeshiniiwwan, fi kuusdeetaa mataa isaa waliin walqunnamuun deetaa sana qabachuu fi xiinxaluudha. Softiweeriin DBMS dabalataan mijaa’ina ijoo kuusdeetaa bulchuuf kennaman of keessatti qabata. Waliigalaan kuusdeetaa, DBMS fi aplikeeshiniiwwan walqabatan sirna kuusdeetaa jedhamee waamamuu danda'a. Yeroo baay'ee jechi "kuusdeetaa" jedhus DBMS kamiyyuu, sirna kuusdeetaa ykn aplikeeshinii kuusdeetaa wajjin walqabatu agarsiisuuf laaftuutti fayyadama.
Saayintistoonni [[kompitara]]a sirna bulchiinsa kuusaawwan deetaa akkaataa moodeelota kuusaawwan deetaa isaan deeggaranitti ramaduu ni danda’u. Kuusaaleen deetaa hariiroo bara 1980moota keessa olaantummaa qaban. Kunniin deetaa akka tarreewwanii fi tarjaawwan gabateewwan walduraa duubaan jiranitti moodeela , fi harki guddaan deetaa barreessuu fi gaafachuuf SQL fayyadamu. Bara 2000moota keessa, kuusdeetaan hariiroo hin qabne jaallatamaadha, walitti qabamanii NoSQL jedhamuun waamamu , sababiin isaas isaan afaanota gaaffii adda addaa fayyadamu .
7g269ygwp44h57b40uvjmzmlnfxwhsj