Wikipedia omwiki https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura MediaWiki 1.39.0-wmf.22 first-letter Media Special Talk User User talk Wikipedia Wikipedia talk File File talk MediaWiki MediaWiki talk Template Template talk Help Help talk Category Category talk TimedText TimedText talk Module Module talk Gadget Gadget talk Gadget definition Gadget definition talk Daraartuu Tulluu 0 3487 38050 31070 2022-07-31T15:08:44Z Ahrada2021 8027 wikitext text/x-wiki Kadiir Abdullaxiif Hajjii (Goonni Gosa Dhaala) [[File:Daraartuu Tulluu.jpg|thumb|Atileetii Beekamtuu]] {{Saayintistii‎| | Maqaa = Daraartuu Tulluu | File = | Ogummaa = Atileetii | Biyya = [[Itoophiyaa]] | Guyyaa dhalootaa = 1972, Bitootessa 21 | Bakka dhalootaa = [[Boqojjii]] | Guyyaa du'aa = | Bakka du'aa = }} '''Daraartuu Tulluu''' atileetii fiigicha dheeraa tiraakirraa, karaarraa fi maraatooniti. Daraatuun godina [[Arsii]]tti, bakka [[Boqojjii]] jedhamutti bara 1972, Bitootessa 21 dhalatte. Yeroo ijoollumma ishiis lafa ol ka’aa godina [[Arsii]] [[Boqojjii]] keessatti loon tiksaa guddatte. [[Qananiisaa]]nis iddodhuma kanatti guddate.<br /> Daraartuun medaaliyaa warqee Olomppiikii irraatti nyaachudhaan [[Afrikaa]] keessaa dubartii ishii jalqabaati. Medaaliyaan warqee Olompiikii bara 1992 irratti nyaatte seenaa moo’icha ishii kan ittiin jalqabde ture. Bara 1993 fi 1994 miidhama jilbaa ishiirra ga’een kan ka’e dorgommii addaan kuttee turte. Bara 1995 dorgommiitti deebi’udhaan, shampiyoonshiippii Qaxxaamura Biyyaa kan Addunyaa IAAF qopheesse irratti warqee fudhattetti. Bara 1996, [[Shampiyoonshiippii Qaxxaamura Biyyaa kan Addunyaa IAAF]] irratti qopheen ishii waan irraa baheef duubaa kaatee afraffaa taate xumurte. 1997tti, Qaxxaamura Biyyaa kan Addunyaa yeroo lammaffaatif yoo moo’attu, Shaampiyoonaa Addunyaa m 10,000 irratti garuu odoo hin hirmaatin hafte. Daraatuun, bara 1998 fi 1999 mucaa waan deesseef dorgommii irraa fagaattee kan turte yoo ta’u, bara 2000tti dandeettii cimaadhan dorgomitti deebite. Dorgommii m10,000tin Olompiikii irratti warqee yeroo lammaffaatif kan nyaatte yoo ta’u kunis seenaa dorgommii kanaa keessatti dubartii jalqabaa ishii taasise. Akkasumas, [[Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa kan Addunyaa IAAF]]n qophaa’e yeroo sadaffaatif moo’atte. Bara 2001tti dorgommii tiraakii m10,000 [[Edimenten]]itti kan moo’atte yoo ta’u kun immoo warqee sadaffaa ishii kan Olompiikii fi kan Addunyaa ture. Walumaa galatti, Daraartuun, medaaliyaa warqee kan Olompiikii fi kan Addunyaa 6 qabdi. Bara 2001tti, maraattoonii [[Landan]]ii fi [[Tookiyoo]] moo’achudhaan dorgommii maraatoonii milkiidhaan jalqabde. Akkasumas walakkaa maraatoonii [[Poorchugaal]] bara 2000 fi 2003tti, akkasumas walakkaa maraatoonii [[Liisban]] 2003tti moote. Bara 2005tti Shaampiyoonaa Addunyaa irratti sa’aatii saffisa kan dhuunfaa ishii 2:23:30 galmeessudhaan 4ffaa baate. Bara 2009tti, umurii 37tti, Maraatoonii Magaalaa [[Niwuu Yoork]] warra akka [[Paawulaa Raadkiliif]], [[Liyudmiilaa Peetroova]], fi [[Saalina Kosgee]] moo’achuudhaan warqee nyaatte. ==Qabxii ishiin Argatte== * 1990 ** [[Shaampiyoonaa Addunyaa kan Guddattootaa]] – [[Pilovdiiv]], [[Bulgeeriyaa]] Meetira 10,000 medaaliyaa warqee * 1991 ** [[Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa kan Addunyaa]] – [[Antiweerp]], [[Beeljiyeem]] *** Medaaliyaa meetii kan fiigicha dheeraa ** [[Dorgommii Afrikaa Hundaa]] – [[Kaayiroo]], [[Ejiipt]] *** Meetira 10,000n medaaliyaa warqee * 1992 ** [[Olompiikii Gannaa]] – [[Baarseloonaa]], [[Ispeen]] *** Meetira 10,000n medaaliyaa warqee ** [[Waancaa Addunyaa IAAF]] – [[Haavanaa]], [[Kuubaa]] *** Meetira 10,000n medaaliyaa warqee * 1995 ** [[Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa kan Addunyaa]] – [[Duuram]], [[Ingilaand]] *** Medaaliyaa warqee kan fiigicha dheeraa ** Shaampiyoonaa Addunyaa – [[Guutanbarg]], [[Iswiidin]] *** Meetira 10,000n medaaliyaa meetii * 1997 ** [[Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa kan Addunyaa]] – [[Tuurin]], [[Xaaliyaanii]] *** Medaaliyaa warqee kan fiigicha dheeraa * 2000 ** [[Olompiikii Gannaa]] – Sidinii, Awustiraaliyaa *** Meetira 10,000n medaaliyaa warqee ** [[Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa kan Addunyaa]] – [[Vilaamura]], [[Poorchugaal]] *** Medaaliyaa warqee kan fiigicha dheeraa * 2001 ** [[Shaampiyoonaa Addunyaa]] – [[Edimenten]], [[Kaanadaa]] *** Meetira 10,000n medaaliyaa warqee ** [[Maraatoonii Landan]] moo’atte ** [[Maraatoonii Addunyaa kan Dubartootaa]] kan [[Tookiyoo]] moo’atte * 2004 ** [[Olompiikii Gannaa]] – [[Ateensi]], [[Griis]](Greece) *** Meetira 10,000n medaaliyaa nahaasii * 2009 ** [[Maraatoonii Niwuu Yoork]]i moo’atte == Wabii == [[Category:Oromoo Beekkamoo]] [[Category:Atileetota Oromoo]] id35nfiwpfl86fq8b3sozvaef3908gd Faaxumaa Roobaa 0 5358 38048 38033 2022-07-31T14:22:41Z Ahrada2021 8027 wikitext text/x-wiki '''Faaxumaa Roobaa''' (Mudde 18, 1973 dhalatte) atileetii [[Itoophiyaa]] fiigicha fageenya dheeraa yoo taatu, fiigicha maaraatoonii Olompikii dubartootaa Olompikii Maraatoonii Booston Ganna 1996 irratti dubartii Afrikaa jalqabaa meedaaliyaa warqee walitti aansuun sadii argachuu fi moo'achuu isheetiin beekamti argattee dha. ''Odeeffannoo dhuunfaa Fatumaa Roobaa Dhaloota - Mudde 18, 1973 (umrii 48) Bekoji, [[Oromiyaa]], [[Itoophiyaa]] Riikardii - meedaaliyaa [[Atileetiksii]] Dubartootaa Itoophiyaa bakka bu'uun Tapha Olompikii - Meedaaliyaa warqee Sadarkaa - tokkoffaa 1996 Atlaantaa Maraatoonii'' ==Jireenya Jalqabaa== Fatumaa Roobaa Muddee 18 bara 1973 Itiyoophiyaa, [[Oromiyaa]] magaalaa Boqqojjii keessatti dhalate. [1] Fatumaan akkuma guddachaa deemtetti,Fedhiin ishee gara fiigichaatto duufaa dhufe. Itoophiyaa keessaa fiigicha fageenya dheeraatiin fakkeenyi dubartootaa hin turre, Abebe Bikila qofatu ture. Fatumaan mana barumsaa osoo jirtuu fiiguuf hin jajjabeeffamne, garuu osoo abdii hin kutiin itti fufuuf murteessite. [2] Ishee leenjisaa kan ture '''Sentayehu Eshetu''', kan kanaan dura atileetota akka Derartu Tulu waliin hojjechaa ture dha. [[Category:Atileetota Oromoo]] [[Category:Oromoo Beekkamoo]] 7drgure0vwt36y0zblnvjf6bt3l6meu 38049 38048 2022-07-31T14:39:35Z Ahrada2021 8027 wikitext text/x-wiki '''Faaxumaa Roobaa''' (Mudde 18, 1973 dhalatte) atileetii [[Itoophiyaa]] fiigicha fageenya dheeraa yoo taatu, fiigicha maaraatoonii Olompikii dubartootaa Olompikii Maraatoonii Booston Ganna 1996 irratti dubartii Afrikaa jalqabaa meedaaliyaa warqee walitti aansuun sadii argachuu fi moo'achuu isheetiin beekamti argattee dha. [[File:Faaxumaa Roobaa.jpg|thumb|Atileetii fiigicha dheeraa Oromoo]] ''Odeeffannoo dhuunfaa Fatumaa Roobaa Dhaloota - Mudde 18, 1973 (umrii 48) Bekoji, [[Oromiyaa]], [[Itoophiyaa]] Riikardii - meedaaliyaa [[Atileetiksii]] Dubartootaa Itoophiyaa bakka bu'uun Tapha Olompikii - Meedaaliyaa warqee Sadarkaa - tokkoffaa 1996 Atlaantaa Maraatoonii'' ==Jireenya Jalqabaa== Fatumaa Roobaa Muddee 18 bara 1973 Itiyoophiyaa, [[Oromiyaa]] magaalaa Boqqojjii keessatti dhalate. [1] Fatumaan akkuma guddachaa deemtetti,Fedhiin ishee gara fiigichaatto duufaa dhufe. Itoophiyaa keessaa fiigicha fageenya dheeraatiin fakkeenyi dubartootaa hin turre, Abebe Bikila qofatu ture. Fatumaan mana barumsaa osoo jirtuu fiiguuf hin jajjabeeffamne, garuu osoo abdii hin kutiin itti fufuuf murteessite. [2] Ishee leenjisaa kan ture '''Sentayehu Eshetu''', kan kanaan dura atileetota akka Derartu Tulu waliin hojjechaa ture dha. [[Category:Atileetota Oromoo]] [[Category:Oromoo Beekkamoo]] kl7hw9orizim39y84ej9441fjgpt3of 38051 38049 2022-07-31T15:18:38Z Ahrada2021 8027 /* Jireenya Jalqabaa */ wikitext text/x-wiki '''Faaxumaa Roobaa''' (Mudde 18, 1973 dhalatte) atileetii [[Itoophiyaa]] fiigicha fageenya dheeraa yoo taatu, fiigicha maaraatoonii Olompikii dubartootaa Olompikii Maraatoonii Booston Ganna 1996 irratti dubartii Afrikaa jalqabaa meedaaliyaa warqee walitti aansuun sadii argachuu fi moo'achuu isheetiin beekamti argattee dha. [[File:Faaxumaa Roobaa.jpg|thumb|Atileetii fiigicha dheeraa Oromoo]] ''Odeeffannoo dhuunfaa Fatumaa Roobaa Dhaloota - Mudde 18, 1973 (umrii 48) Bekoji, [[Oromiyaa]], [[Itoophiyaa]] Riikardii - meedaaliyaa [[Atileetiksii]] Dubartootaa Itoophiyaa bakka bu'uun Tapha Olompikii - Meedaaliyaa warqee Sadarkaa - tokkoffaa 1996 Atlaantaa Maraatoonii'' ==Jireenya Jalqabaa== Fatumaa Roobaa Muddee 18 bara 1973 Itiyoophiyaa, [[Oromiyaa]] magaalaa Boqqojjii keessatti dhalate. [1] Fatumaan akkuma guddachaa deemtetti,Fedhiin ishee gara fiigichaatti duufaa dhufe. Itoophiyaa keessaa fiigicha fageenya dheeraatiin fakkeenyi dubartootaa hin turre, Abebe Bikila qofatu ture. Fatumaan mana barumsaa osoo jirtuu fiiguuf hin jajjabeeffamne, garuu osoo abdii hin kutiin itti fufuuf murteessite. [2] Ishee leenjisaa kan ture '''Sentayehu Eshetu''', kan kanaan dura atileetota akka Derartu Tulu waliin hojjechaa ture dha. [[Category:Atileetota Oromoo]] [[Category:Oromoo Beekkamoo]] rflqdi5sxzmv85z1i2x7sarauruk3qd 38052 38051 2022-07-31T15:19:02Z Ahrada2021 8027 /* Jireenya Jalqabaa */ wikitext text/x-wiki '''Faaxumaa Roobaa''' (Mudde 18, 1973 dhalatte) atileetii [[Itoophiyaa]] fiigicha fageenya dheeraa yoo taatu, fiigicha maaraatoonii Olompikii dubartootaa Olompikii Maraatoonii Booston Ganna 1996 irratti dubartii Afrikaa jalqabaa meedaaliyaa warqee walitti aansuun sadii argachuu fi moo'achuu isheetiin beekamti argattee dha. [[File:Faaxumaa Roobaa.jpg|thumb|Atileetii fiigicha dheeraa Oromoo]] ''Odeeffannoo dhuunfaa Fatumaa Roobaa Dhaloota - Mudde 18, 1973 (umrii 48) Bekoji, [[Oromiyaa]], [[Itoophiyaa]] Riikardii - meedaaliyaa [[Atileetiksii]] Dubartootaa Itoophiyaa bakka bu'uun Tapha Olompikii - Meedaaliyaa warqee Sadarkaa - tokkoffaa 1996 Atlaantaa Maraatoonii'' ==Jireenya Jalqabaa== Fatumaa Roobaa Muddee 18 bara 1973 Itiyoophiyaa, [[Oromiyaa]] magaalaa Boqqojjii keessatti dhalatte. [1] Fatumaan akkuma guddachaa deemtetti,Fedhiin ishee gara fiigichaatti duufaa dhufe. Itoophiyaa keessaa fiigicha fageenya dheeraatiin fakkeenyi dubartootaa hin turre, Abebe Bikila qofatu ture. Fatumaan mana barumsaa osoo jirtuu fiiguuf hin jajjabeeffamne, garuu osoo abdii hin kutiin itti fufuuf murteessite. [2] Ishee leenjisaa kan ture '''Sentayehu Eshetu''', kan kanaan dura atileetota akka Derartu Tulu waliin hojjechaa ture dha. [[Category:Atileetota Oromoo]] [[Category:Oromoo Beekkamoo]] ai5f0gtpjvh6cjgelo1qg0hblwvhz48 38053 38052 2022-07-31T15:22:16Z Ahrada2021 8027 /* Jireenya Jalqabaa */ wikitext text/x-wiki '''Faaxumaa Roobaa''' (Mudde 18, 1973 dhalatte) atileetii [[Itoophiyaa]] fiigicha fageenya dheeraa yoo taatu, fiigicha maaraatoonii Olompikii dubartootaa Olompikii Maraatoonii Booston Ganna 1996 irratti dubartii Afrikaa jalqabaa meedaaliyaa warqee walitti aansuun sadii argachuu fi moo'achuu isheetiin beekamti argattee dha. [[File:Faaxumaa Roobaa.jpg|thumb|Atileetii fiigicha dheeraa Oromoo]] ''Odeeffannoo dhuunfaa Fatumaa Roobaa Dhaloota - Mudde 18, 1973 (umrii 48) Bekoji, [[Oromiyaa]], [[Itoophiyaa]] Riikardii - meedaaliyaa [[Atileetiksii]] Dubartootaa Itoophiyaa bakka bu'uun Tapha Olompikii - Meedaaliyaa warqee Sadarkaa - tokkoffaa 1996 Atlaantaa Maraatoonii'' ==Jireenya Jalqabaa== Fatumaa Roobaa Muddee 18 bara 1973 Itiyoophiyaa, [[Oromiyaa]] magaalaa Boqqojjii keessatti dhalatte. Fatumaan akkuma guddachaa deemteen, Fedhiin ishee gara fiigichaatti duufaa dhufe. Itoophiyaa keessaa fiigicha fageenya dheeraatiin fakkeenyi dubartootaa hin turre, [[Abbabaa Bikilaa]] qofatu ture. Fatumaan mana barumsaa osoo jirtuu fiiguuf hin jajjabeeffamne, garuu osoo abdii hin kutiin itti fufuuf murteessite. Ishee leenjisaa kan ture '''Sentayehu Eshetu''', kan kanaan dura atileetota akka [[Daraartuu Tulluu]] waliin hojjechaa ture dha. [[Category:Atileetota Oromoo]] [[Category:Oromoo Beekkamoo]] 3x987mjnofoph75a6lhc99o59cpa4kq 38054 38053 2022-07-31T15:22:51Z Ahrada2021 8027 /* Jireenya Jalqabaa */ wikitext text/x-wiki '''Faaxumaa Roobaa''' (Mudde 18, 1973 dhalatte) atileetii [[Itoophiyaa]] fiigicha fageenya dheeraa yoo taatu, fiigicha maaraatoonii Olompikii dubartootaa Olompikii Maraatoonii Booston Ganna 1996 irratti dubartii Afrikaa jalqabaa meedaaliyaa warqee walitti aansuun sadii argachuu fi moo'achuu isheetiin beekamti argattee dha. [[File:Faaxumaa Roobaa.jpg|thumb|Atileetii fiigicha dheeraa Oromoo]] ''Odeeffannoo dhuunfaa Fatumaa Roobaa Dhaloota - Mudde 18, 1973 (umrii 48) Bekoji, [[Oromiyaa]], [[Itoophiyaa]] Riikardii - meedaaliyaa [[Atileetiksii]] Dubartootaa Itoophiyaa bakka bu'uun Tapha Olompikii - Meedaaliyaa warqee Sadarkaa - tokkoffaa 1996 Atlaantaa Maraatoonii'' ==Jireenya Jalqabaa== Fatumaa Roobaa Muddee 18 bara 1973 Itiyoophiyaa, [[Oromiyaa]] magaalaa Boqqojjii keessatti dhalatte. Fatumaan akkuma guddachaa deemteen, Fedhiin ishee gara fiigichaatti duufaa dhufe. Itoophiyaa keessaa fiigicha fageenya dheeraatiin fakkeenyi dubartootaa hin turre, [[Abbabaa Biqilaa]] qofatu ture. Fatumaan mana barumsaa osoo jirtuu fiiguuf hin jajjabeeffamne, garuu osoo abdii hin kutiin itti fufuuf murteessite. Ishee leenjisaa kan ture '''Sentayehu Eshetu''', kan kanaan dura atileetota akka [[Daraartuu Tulluu]] waliin hojjechaa ture dha. [[Category:Atileetota Oromoo]] [[Category:Oromoo Beekkamoo]] 6nuddnt8w3c0flgzguu0dpl1py5jr26