Wikipedia
omwiki
https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura
MediaWiki 1.39.0-wmf.23
first-letter
Media
Special
Talk
User
User talk
Wikipedia
Wikipedia talk
File
File talk
MediaWiki
MediaWiki talk
Template
Template talk
Help
Help talk
Category
Category talk
TimedText
TimedText talk
Module
Module talk
Gadget
Gadget talk
Gadget definition
Gadget definition talk
Laaftoo Tumtuu
0
8061
38086
2022-08-08T12:39:30Z
196.189.243.89
Finginneen Bakka Dhaloota Kooti.
wikitext
text/x-wiki
Magaalaan Finfinnee Magaalaa Hidda Dhaloota Abaabilee fi Akaakilee Kootiiti.Garuu Abbootiin Keenya Dhiibamanii Achii Waan Baafamaniif Nuti Waa'ee Magaalattii Baruu mitii Dhagahuullee Hin feenu ture.amma Seenaan Sun ni Jijjiirama Jedhee Waanin amanuuf Waa'ee Magaalaa Guddoo Biyya Kootii fi Bkka Hidda Dhaloota Koo Baruun Waan nabarbaachisuu fi Yoo Waaq na Gargaaree Maallaqa Nattore Immoo Deebi'ee Keessa Jiraachuun fedha.
qxo9jh0zq1x2zlbzyjuqnva05u25j2u