Wikipedia omwiki https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura MediaWiki 1.39.0-wmf.23 first-letter Media Special Talk User User talk Wikipedia Wikipedia talk File File talk MediaWiki MediaWiki talk Template Template talk Help Help talk Category Category talk TimedText TimedText talk Module Module talk Gadget Gadget talk Gadget definition Gadget definition talk Zoodiyaak 0 8060 38087 38085 2022-08-10T16:52:36Z Praxidicae 5538 rmv massive image wikitext text/x-wiki Zodiyaak giraaba samii boca girdoo qabuu fi tilmaamaan 8° gara kaabaa ykn kibbaatti (akka latituudii samiitiin safaramutti) akka ekliiptikiitti diriiru/marsu yoo ta’u, daandii mul’ataa [[Aduu]]n adeemsa waggaa keessatti ispheerii samii qaxxaamurtee deemtudha. Kunis akkaataa nuti lafa dhaabannee ija foonii keenyaan arginudha. Daandiiwwan Ji'aa fi pilaaneetota mul'atan girdoo ykn giraaba zodiyaak keessa jiru. ==Mallattoolee== Dhaha urjiilee warra dhihaa keessatti, fi astronomy durii keessatti, zodiyaak mallattoo kudha lama kan qabu yoo ta’u, tokkoon tokkoon isaanii dheerina samii 30° kan qabatanii fi tilmaamaan maqaan isaanii urjiilee armaan gadii wajjin kan walsimudha: Aries - ♈, Taurus - ♉, Gemini - ♊, Cancer - ♋, Leo - ♌, Virgo - ♍, Libra - ♎, Scorpio - ♏︎, [[Saagitaariyaas|Sagittarius]] - ♐, . [[Kaappiriikoorni|Capricorn]] - ♑, [[Akuwaariyaas|Aquarius]] - ♒ fi [[Qurxummii|Pisces]] jedhamu. Mallattoolee urjii kun sirna qindeessaa samii, ykn caalaatti addatti sirna qindeessaa ekliiptikii kan uumu yoo ta’u, kunis ekliiptikii akka ka’umsa latituudiitti, bakka Aduu ammoo equinox vernal irratti qabdu akka ka’umsa longituudiitti fudhata.[4] ==Dhahalaaluu== Ogeessota durii astiroonoomiitiin akka jedhamutti goyyaa dhaloota namaa irratti hundaa'uun carraa fi amalli ati qabdu sitti himama. * Kunis guyyaan dhaloota namaa- ALAtti ♈ Aries (Ram): Bitootessa 21–[[Eebila]] 19 ♉ Taurus (Bull): Eebila 20–Caamsa 20 ♊ Gemini (Twins): Caamsa 21–Waxabajji 21 ♋ Cancer (Crab): Waxabajji 22–Adoolessa 22 ♌ Leo (Lion): Adoolessa 23–Hagayya 22 ♍ Virgo (Virgin): Hagayya 23–Fulbaana 22 ♎ Libra (Balance): Fulbaana 23– Onkoloolessa 23 ♏ Scorpius (Scorpion): Onkoloolessa 24–Sadaasa 21 ♐ Sagittarius (Archer): Sadaasa 22–Mudde 21 ♑ Capricornus (Goat): Mudde 22–Amajji 19 ♒ Aquarius (Water Bearer): Amajji 20–Guraandhala 18 ♓ Pisces (Fish): Guraandhala 19–Bitootessa 20 39bfifbkcg79iggw4a0h6otwo0hfj89 User talk:Velimir Ivanovic 3 8062 38088 2022-08-11T05:56:19Z Liuxinyu970226 2910 Fuula Harra: <div lang="en" dir="ltr" class="mw-content-ltr"> == Global ban proposal notification == {{subst:#ifeq:{{subst:CONTENTLANG}}|en||Apologies for writing in English. {{int:Please-translate}}}} There is an on-going discussion about a proposal that you be globally banned from editing all Wikimedia projects. You are invited to participate at [[:m:Requests for comment/Global ban for Velimir Ivanovic|Requests for comment/Global ban for Velimir Ivanovic]] on Meta-Wiki. {{int:Feedback-tha... wikitext text/x-wiki <div lang="en" dir="ltr" class="mw-content-ltr"> == Global ban proposal notification == Apologies for writing in English. {{int:Please-translate}} There is an on-going discussion about a proposal that you be globally banned from editing all Wikimedia projects. You are invited to participate at [[:m:Requests for comment/Global ban for Velimir Ivanovic|Requests for comment/Global ban for Velimir Ivanovic]] on Meta-Wiki. {{int:Feedback-thanks-title}} [[User:Liuxinyu970226|Liuxinyu970226]] ([[User talk:Liuxinyu970226|dubbadhu]]) 05:56, 11 Haggaya 2022 (UTC) jmg6mvu3oi2yi86u9gay6mg46ha1xhq