Wikipedia omwiki https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura MediaWiki 1.39.0-wmf.23 first-letter Media Special Talk User User talk Wikipedia Wikipedia talk File File talk MediaWiki MediaWiki talk Template Template talk Help Help talk Category Category talk TimedText TimedText talk Module Module talk Gadget Gadget talk Gadget definition Gadget definition talk Help:Contents/Accounti Ban 12 2270 38089 32467 2022-08-11T21:37:35Z 196.190.52.242 Yusuf Abdela Adam wikitext text/x-wiki <span lang="om" dir="ltr">Accuntii</span><ref group="Marsaritii om.m.wikipia.org ">[http://www.sirnagadaa.com]afaan oromoo </ref> banachuu hin dandenye deegarsan barbada ===Accounti Banuuf1000081740058=== * Barresu jalqabun durra "acount"ii ofii qabachun barbachisaa dha. Kunis akka nami waan atti barresitte dubissu enyumma kankee bekku danda'u fi akka nama birra "wikipedia" kessatti "account"ii qabu wajjin wali-barresu dandettu sii qarqarra. # Bannuf bakka ''seenu/"account"ii banu'' jedhu birra dhaqii. Achiin immo ''Create an account'' kan jedhu bani Yokan immo kana -> [http://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Special:Userlogin&amp;amp;amp;amp;amp;type=signup] bani. Achiin immo oddeffano barbachisuu gutti. Note:- E-mailii qabachuu dhabuun akka ''account''ii hin banane sii hingodhu, haa ta'u malee E-mailii qabachun akka ''user_talk page'' kessani naman wali-barresu dandettu sii godha. kuni immo akka yerro qarqarsa barbadu itti fayyadamtu sii qarqarra. * Ergaa Banatte immo ''log in'' tatta. Haa ta'u malle fayyadamte yoo fixxe bodda ''log out'' gochu hin dedhin. * Ergaa banatte bodda waan ''dubii kiyya'', ''fedhi kiyya'', ''my watchlist'', ''keena kiyya'' fi ''log out'' kan jedhutti dhufaa wa'e k fhmqupd8f8vuzhgiqovyu2os43r2wxl