Wikipedia
omwiki
https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura
MediaWiki 1.39.0-wmf.23
first-letter
Media
Special
Talk
User
User talk
Wikipedia
Wikipedia talk
File
File talk
MediaWiki
MediaWiki talk
Template
Template talk
Help
Help talk
Category
Category talk
TimedText
TimedText talk
Module
Module talk
Gadget
Gadget talk
Gadget definition
Gadget definition talk
Zoodiyaak
0
8060
38090
38087
2022-08-13T10:15:06Z
Ahrada2021
8027
/* Mallattoolee */
wikitext
text/x-wiki
Zodiyaak giraaba samii boca girdoo qabuu fi tilmaamaan 8° gara kaabaa ykn kibbaatti (akka latituudii samiitiin safaramutti) akka ekliiptikiitti diriiru/marsu yoo ta’u, daandii mul’ataa [[Aduu]]n adeemsa waggaa keessatti ispheerii samii qaxxaamurtee deemtudha. Kunis akkaataa nuti lafa dhaabannee ija foonii keenyaan arginudha.
Daandiiwwan Ji'aa fi pilaaneetota mul'atan girdoo ykn giraaba zodiyaak keessa jiru.
==Mallattoolee==
Dhaha urjiilee warra dhihaa keessatti, fi astronomy durii keessatti, zodiyaak mallattoo kudha lama kan qabu yoo ta’u, tokkoon tokkoon isaanii dheerina samii 30° kan qabatanii fi tilmaamaan maqaan isaanii urjiilee armaan gadii wajjin kan walsimudha:
* Aries - ♈,
* Taurus - ♉,
* Gemini - ♊,
* Cancer - ♋,
* Leo - ♌,
* Virgo - ♍,
* Libra - ♎,
* Scorpio - ♏︎,
* [[Saagitaariyaas|Sagittarius]] - ♐, .
* [[Kaappiriikoorni|Capricorn]] - ♑,
* [[Akuwaariyaas|Aquarius]] - ♒ fi
* [[Qurxummii|Pisces]] jedhamu.
Mallattoolee urjii kun sirna qindeessaa samii, ykn caalaatti addatti sirna qindeessaa ekliiptikii kan uumu yoo ta’u, kunis ekliiptikii akka ka’umsa latituudiitti, bakka Aduu ammoo equinox vernal irratti qabdu akka ka’umsa longituudiitti fudhata.[4]
==Dhahalaaluu==
Ogeessota durii astiroonoomiitiin akka jedhamutti goyyaa dhaloota namaa irratti hundaa'uun carraa fi amalli ati qabdu sitti himama.
* Kunis guyyaan dhaloota namaa- ALAtti
♈ Aries (Ram): Bitootessa 21–[[Eebila]] 19
♉ Taurus (Bull): Eebila 20–Caamsa 20
♊ Gemini (Twins): Caamsa 21–Waxabajji 21
♋ Cancer (Crab): Waxabajji 22–Adoolessa 22
♌ Leo (Lion): Adoolessa 23–Hagayya 22
♍ Virgo (Virgin): Hagayya 23–Fulbaana 22
♎ Libra (Balance): Fulbaana 23– Onkoloolessa 23
♏ Scorpius (Scorpion): Onkoloolessa 24–Sadaasa 21
♐ Sagittarius (Archer): Sadaasa 22–Mudde 21
♑ Capricornus (Goat): Mudde 22–Amajji 19
♒ Aquarius (Water Bearer): Amajji 20–Guraandhala 18
♓ Pisces (Fish): Guraandhala 19–Bitootessa 20
oz22buv6dmkunju82rfurzssyzc96j5