Wikipedia
omwiki
https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura
MediaWiki 1.47.0-wmf.9
first-letter
Media
Special
Talk
User
User talk
Wikipedia
Wikipedia talk
File
File talk
MediaWiki
MediaWiki talk
Template
Template talk
Help
Help talk
Category
Category talk
TimedText
TimedText talk
Module
Module talk
Event
Event talk
Chaayinaa
0
3775
45756
31928
2026-07-03T07:47:57Z
HyBoxwood
14244
[[w:zh:Template_talk:中华人民共和国国徽#編輯請求_2026-04-17_将svg替换为File:中華人民共和國國徽.svg]]
45756
wikitext
text/x-wiki
{{Biyya|
| Maqaa = 中华人民共和国 ([[Chaayiniffa|Ch]])<br />''Zhōnghuá Rénmín Gònghéguó''<br />Riippabiliika Ummataa Chaayina ([[Afaan Oromoo|Om]])
| Alaabaa = [[File:Flag of China.svg|90px]]
| Asxaa uffata waraanaa = [[File:中華人民共和國國徽.svg|90px]]
| Kaartaa = [[File:People's Republic of China (orthographic projection).svg|270px]]
| Magaalaa Guddaa = Beejiingi
| Afaan Hojii = Chaayiniffa
| Mootummaa =
| Ballina = 9 596 961 km²
| Baayyina ummataa = 1 350 695 000 (2013)
| Tuuta'insa ummataa = 140 /km²
| Faaruu = 义勇军进行曲/Yìyǒngjūn Jìnxíngqǔ
| Koodii lakkoofsa bilbilaa = +86
}}
'''Chaayinaan''', maqaa guutuu '''Riippabiliika Ummataa Chaayina([[Chaayiniffa]]:中华人民共和国)''' jedhamuun waammamti, biyya [[Eshiyaa bahaa|Eshiyaa bahaatti]] argamtu. Chaayinaan biyya baayyina uummataatin addunyaarraa tokkoffaarra jirtu yoo taatu baayyinni uummata ishees biliyoona 1.35 ol ta'a. Magaalaan guddoon Chaayinaa [[Beejiingi]]. Chaayinaan kutaa bulchiinsaa 22, naannolee ofiin of bulchan 5, bulchiinsa magaalaa 4 ([[Beejiingi]], [[Tiyaanjiin]], [[Shaangaayi]], fi [[Choonkiing]]), fi naannolee addaa kan ofiin of bulchan 2 ([[Hoongi Koongi]] fi [[Makkaa'uu]]) qabdi. Dabalataanis Chaayinaan [[Taayiwaan]] kutaa bulchiinsaa 23ffaa akka taatetti kan dhiyeessitu yoo ta'u [[Taayiwaan]] garuu akka biyya tokkootti of ilaalun ofiin of bulchaa jirti
{{Eshiyaa}}
[[Category:Chaayinaa| ]]
7a4c3uxadyn9meui0mbzv94213rbbki