Wikipedia omwiki https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura MediaWiki 1.47.0-wmf.9 first-letter Media Special Talk User User talk Wikipedia Wikipedia talk File File talk MediaWiki MediaWiki talk Template Template talk Help Help talk Category Category talk TimedText TimedText talk Module Module talk Event Event talk Oromoo Tuulama 0 5008 45757 45554 2026-07-04T17:07:59Z ~2026-38243-21 14246 /* */ 45757 wikitext text/x-wiki '''Tuulamni''' latiinsa Oromoo damee Boorana hidda dhaloota Raayyaati. Ilmaan Raayyaa lamaan Maccaa fi Tuulamni kan dhalatan Tullu Eegduu irratti. Ilma hangafaa kan ta'e Tuulamni, lafa abbaa isaa Raayyaatti qubate. Tuulama kibbaan [[Haroo Dambal]] haga kaabaan [[Walloo]] fi [[Raayyaa]]tti kan qubatee jiruudha. Bahaan Karrayyu haga Lixaan [[Waliso (aanaa)|Walisoo]] qubate. Tuulamni Godinoota [[Oromiyaa]] [[Shawaa Kibba Lixaa]], [[Shawaa Lixaa]], [[Godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne]], [[Shawaa Kaabaa]] fi [[Shawaa Bahaa]] keessa warra qubate. Godinoota naannoo Amaaraa Shawaa Kaabaa, Godina Oromiyaa fi Walloo Kibbaa keessa Oromoota Tuulamaa Doobbaa, Waayyuu, Laaloo, Maammaa, Geeraa, Gishee baasoo fi Warana, Liche, Alkoo Bar, Majatee, Sanbatee, Qawaati, Jillee fi Dhummuugaa kan jiraataniidha. Akkasuma Naannoo Tigraay keessas ni jiru.<ref>Seenaa Oromoo hanga jaarraa 16ffaa; Fuula: 130</ref> walisoo warra hundessan keessa shoora gudda kan qaba Girazmaach Akkawaaq darra Gadaa yoo ta'u gootni kuni goota duula weerara xaaliyaani marsaa lamaaf hirmaatedha. kana malees Grazmaach Akkawaaq darra gadaa diina nanno walisoo jiilche deebiseedi namoota humna hin qabneef gaaddisa ta'uun nama tajaajila tureedha. ==Hidda Dhaloota Tuulamaa== Tuulama ilma Raayyaa ilma Marrawwa ilma Walaabu ilma Odaa ilma Nagawoo ilma Gurraacha ilma Saammalo ilma Boorana ilma Oromoo ilma Horooti. Horo [[Waaqa]] uume. Hidda dhaloota gubbaa gadi yoo laakkawamu akka armaan gadiiti. * Horo * Oromoo * Boorana * Saammalo * Gurraacha * Nagawoo * Odaa * Walaabu * Marrawwa * Raayyaa ** Tuulama ** Macca == Latiinsa Tuulamaa == Ilmaan Tuulama sadaniif isaan boodaa. * Tuulama ** Daaccii *** Galaan **** Jidda **** Liiban **** Aabbu **** Ada'a **** Warra Jaarsaa **** Gaadulla *** ilmaan Oboo **** Gimbichuu **** Gullallee **** Oborii **** Yaayyaa **** Eekka **** Digalu **** Gamu *** Sooddo **** Oditu **** Liiban **** Tum'e ** Bacho *** Iluu *** Meettaa *** Waajitu *** Garasuu *** Keekku *** Uru ** Jiille *** Goona *** Guusa *** Looyya *** Warre *** Siiba *** Gindo ==Wabii== pqsi5i4an05icou88ij7m9shixf70oo