Wikipedia omwiki https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura MediaWiki 1.47.0-wmf.10 first-letter Media Special Talk User User talk Wikipedia Wikipedia talk File File talk MediaWiki MediaWiki talk Template Template talk Help Help talk Category Category talk TimedText TimedText talk Module Module talk Event Event talk User talk:Filember Alemu Gamtessa 3 9987 45761 2026-07-08T23:00:45Z Filember Alemu Gamtessa 8568 /* */ Iluu Abbaa Booraa 45761 wikitext text/x-wiki Iluu Abbaa Booraa Godinni Iluu Abbaa Booraa naannoo Oromiyaa keessatti kan argamu yoo ta'u, seenaa, aadaa, fi qabeenya uumamaa gurguddoo qabaachuun beekama. Magaalaan guddiin godinichaa Mattuu dha. Ji'oogiraafii fi Teessuma Lafa Argama: Dhiha Oromiyaa keessatti argama.Daangaa: Godinaalee akka Bunnoo Beddellee, Wallagga Dhihaa, Gambellaa , Jimmaa fi Kafaa daangessa. Haala Qilleensaa: Baay'ee isaa Baddaa fi Baddaree yoo ta'u, rooba gahaa waggaa guutuu argata. Diinagdee Buna: Iluu Abbaa Booraa lafa madda buna uumamaa (buna daggalaa) ti. Qonna: Bunatti dabalee, Mi'eessituu (akka kooorarimaa), Qamadii, Boqqoolloo, fi fuyyuun (mushrooms) ni mishiinamu. Damma: Omisha damma uumamaa baay'inaan beekamaa dha. Seenaa fi Aadaa Maqaa: Maqaan godinichaa abbaa fardaa beekamaa fi goota naannichaa Abbaa Booraa irraa dhufe. Sirna Gadaa: Sirni Gadaa aadaa fi bulchiinsa uummataa keessatti iddoo guddaa qaba. Afaan: Afaan Oromoo afaan hojii fi afaan dhalootaa naannichaa ti. Attraaksiyoonii fi Hawwata Turizimii Bosona Yaayyoo: Bosona uumamaa daawwiif tajaajilu fi turaasizimiif mijatu dha. Fincha'aa Sor (Sor Waterfall): Fincha'aa bareedaa Aanaa Bachootti argamu dha. Siidaa Onisismos Nesib: Magaalaa Hurrumuu fi Mattuu Yuunivarsiitiitti kan argamudha. Siidaa Caalii Shoonoo(Abbaa Booraa): Magaalaa Yaayyoo tti kan argamuudha. Bineensota Daggalaa: Jaldeessa, Qeeransaa, fi simbiroota bifa adda addaa qaban qaba. Prepared by: Filembar Alemu tin ✍🏽 1/11/ 2018 lyerd1rfv6ka4uvcik4zg82sysj4k2j