Wikipedia
omwiki
https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura
MediaWiki 1.47.0-wmf.2
first-letter
Media
Special
Talk
User
User talk
Wikipedia
Wikipedia talk
File
File talk
MediaWiki
MediaWiki talk
Template
Template talk
Help
Help talk
Category
Category talk
TimedText
TimedText talk
Module
Module talk
Event
Event talk
Jechiikaa herreegaa
0
9819
45659
44510
2026-05-15T15:34:41Z
~2026-29467-75
14004
45659
wikitext
text/x-wiki
'''Galmee Jechoota Herregaa''' kun tarree jechoota teeknikaa herregaa kan Afaan Ingiliziitiin beekamanii fi hiika isaanii Afaan Oromootiin of keessatti qabata. Kaayyoon isaa inni guddaan jechoota herregaa Afaan Oromoo standardii gochuufi akka maddaatti tajaajiluudha. Galmeen kun yeroo yeroon ni fooyya'a, jechoonni haaraanis itti dabalamaa deemu.
== Bu'uuraalee Herregaa (Basic Concepts) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Number || '''Lakkoofsa''' || Mallattoo herregaa kan baay'ina, ida'ama, ykn safara ibsu.
|-
| Integer || '''Lakkoofsa Duuchaa''' || Lakkoofsa guuttoo, seelkataa ykn zeeroo kan hirmeemii hin qabne. (..., -2, -1, 0, 1, 2, ...)
|-
|Natural number
|'''lakkoofsa''' lakkaawwii
|
|-
|Rational
|Lakkoofsa entaa
|
|-
|prime
|kophxii
|
|-
|composite
|
|
|-
| Positive Number || '''Lakkoofsa Guuttoo''' || Lakkoofsa kamiyyuu kan zeeroo ol ta'e. (+)
|-
| Negative Number || '''Lakkoofsa Seelkataa''' || Lakkoofsa kamiyyuu kan zeeroo gadi ta'e. (-)
|-
| Fraction || '''Hirmeemii''' ykn '''Hirmee''' || Kutaa guutuu tokkoo. Fakkeenyaaf, 1/2.
|-
| Addition || '''Ida'uu''' || Gocha herregaa kan lakkoofsota lama ykn isaa ol walitti dabaluu.
|-
| Subtraction || '''Hir'isuu''' || Gocha herregaa kan lakkoofsa tokko isa kaan irraa buusuu.
|-
| Multiplication || '''Baay'isuu''' || Gocha herregaa kan lakkoofsa tokko yeroo lakkoofsa biraa ida'uu.
|-
| Division || '''Hiruu''' || Gocha herregaa kan lakkoofsa tokko garee walqixa ta'etti qooduu.
|-
| Equation || '''Hima walqixaa''' || Ibsa herregaa kan mallattoo (=) fayyadamuun wantoonni lama walqixa ta'uu isaanii agarsiisu.
|-
| Inequality || '''Hima walcaalmaa''' || Ibsa herregaa kan mallattoo (<, >) fayyadamuun gatiiwwan lama walcaaluu isaanii agarsiisu.
|-
| Set || '''Tuuta''' || Walitti qabama wantoota adda addaa kan amala walfakkaataa qaban.
|-
|Subset
|
|
|-
|Proper subset
|
|
|-
|Union
|
|
|-
|intersection
|
|
|-
|Complement
|
|
|-
| Constant || '''Dhaabbataa''' || Gatii kan hin jijjiiramne. Fakkeenyaaf, π fi e.
|}
== Aljebraa (Algebra) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Variable || '''Jijjiiramaa''' || Mallattoo kan gatii herregaa hin beekamne ykn jijjiiramuu danda'u bakka bu'u.
|-
| Function || '''Warroommii''' || Hariiroo galtee fi bu'aa gidduu jiru; galteen tokko bu'aa tokko qofa qaba.
|-
| Range (of a function) || '''Hangii''' || Tuuta bu'aawwan (outputs) hunda kan warroommiin tokko kennuu danda'u.
|-
| Power || '''Aangoo''' || Lakkoofsa guutuu kan lakkoofsi tokko ofiin yeroo meeqa akka baay'ifamu agarsiisu.
|-
| Exponent || '''Aangeessaa''' || Lakkoofsa xiqqaa aangoo agarsiisu. (fkn, x³ keessatti 3 aangeessaadha)
|-
| Square (number) || '''Kaaslamee''' || Bu'aa lakkoofsi tokko ofiin baay'ifamu. (fkn, 3² = 9)
|-
| Square Root || '''Hundee Lamee''' || Lakkoofsa yoo ofiin baay'ifame lakkoofsa kenname kennu. (fkn, √9 = 3)
|-
| Cube (number) || '''Kaassadee''' || Bu'aa lakkoofsi tokko yeroo sadii ofiin baay'ifamu. (fkn, 2³ = 8)
|-
| Cubic Root || '''Hundee Sadee''' || Lakkoofsa yoo yeroo sadii ofiin baay'ifame lakkoofsa kenname kennu. (fkn, ³√8 = 2)
|-
| Term || '''Waamsa''' || Kutaa hima aljebraa kan ida'uun ykn hir'isuun addaan bahu.
|-
| Coefficient || '''Maxxantoo''' || Lakkoofsa jijjiiramaa fuuldura jiraatee baay'isu. (fkn, 5x keessatti 5 maxxantoodha)
|-
| Polynomial || '''Waamsa Danee''' || Walitti qabama waamsota hedduu.
|-
| Matrix || '''Tarreentaa''' || Tarree lakkoofsotaa kan tarjaa (row) fi dalagaa (column) tiin qindaa'e.
|}
== Tartiiba fi Walgaafaa (Sequences and Series) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Sequence || '''Walfaantii''' || Tarree lakkoofsotaa kan seera murtaa'e tokko hordofee walfaana dhufu.
|-
| Series || '''Walgaafaa''' || Ida'ama wal-hordofaa miseensota tartiiba (walfaantii) tokkoo.
|}
== Ji'oomeetirii (Geometry) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Point || '''Tuqaa''' || Bakka iddoo keessatti argamu, kan dheerina, bal'ina, ykn olka'iinsa hin qabne.
|-
| Line || '''Sarara''' || Fageenya gabaabaa tuqaawwan lama gidduutti argamu.
|-
| Angle || '''Kofa''' || Iddoo sararoonni lama itti wal-argan, kan digiriin safaramu.
|-
| Triangle || '''Rog-sadee''' || Bokoo cufaa kan roga sadii fi kofa sadii qabu.
|-
| Square || '''Afrakkuu''' ykn '''Arfakkuu''' || Bokoo cufaa kan roga afur walqixa ta'anii fi kofa sirrii (90°) afur qabu.
|-
| Rectangle || '''Afroggee''' || Bokoo roga afur kan kofoonni isaa hunduu sirrii (90°) ta'an.
|-
| Parallelogram || '''Cinroggee''' (ykn '''afroggee waltarree''') || Afrakkuu kan rogni wal-faallessu waltarree (parallel) ta'e.
|-
| Rhombus || '''Kofafree''' || Afrakkuu kan rogni isaa hunduu walqixa ta'e, garuu kofni isaa sirrii ta'uu hin qabne.
|-
| Circle || '''Geengoo''' || Sarara gomboobaa cufaa kan tuqaaleen isaa hundi tuqaa gidduu jiru irraa fageenya walqixa qaban.
|-
| Cone || '''Biilalee''' || Boca-sadee kan bu'uurri isaa geengoo ta'ee, gara tuqaa tokkootti (apex) ol-cuqqaalamu.
|-
| Cylinder || '''Shirimirii''' || Boca-sadee kan bu'uura geengoo walqixa lamaa fi dirra gomboobaa qabu.
|-
| Area || '''Bal'ina''' || Hamma dirra boca-lamee (2D) tokko uwwisu.
|-
| Volume || '''Qabee''' || Hamma iddoo boca-sadee (3D) tokko qabatu.
|-
| Perimeter || '''Naannawa''' || Dheerina daarii boca-lamee (2D) tokkoo.
|}
== Kaalkulasii (Calculus) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Limit || '''Daangaa''' || Gatii warroommiin tokko itti dhihaatu yeroo galteen isaa gara gatii murtaa'e tokkootti siqu.
|-
| Derivative || '''Babbaafammee''' || Saffisa jijjiirama warroommii tokkoo agarsiisa. (Gochima `babbaasuu` irraa dhufe).
|-
| Integral || '''Guuttee''' ykn '''Wajjummaa''' || Bal'ina caattoo jala jiru shallaguuf kan gargaaru. Gocha babbaafammee faallessuudha.
|}
== Istaatistiksii fi Carraa (Statistics and Probability) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Statistics || '''Istaatistiksii, xinannoo''' || Saayinsii agargoo walitti qabuu, qindeessuu, xiinxaluu, fi ibsuu.
|-
| Probability || '''Carraa''' || Sadarkaa taateen tokko itti raawwatamuu danda'u.
|-
| Data || '''Agargoo''' || Odeeffannoo walitti qabame, kan yeroo baayyee lakkoofsaan ibsamu.
|-
| Mean / Average || '''Giddu-galeessa''' || Walitti ida'ama lakkoofsotaa baay'ina isaaniitiif hirame.
|-
| Median || '''Gatii Gidduu''' || Gatii agargoo tartiibeffame keessatti walakkaa irra jiru.
|-
| Mode || '''Gatii Marmaaraa''' || Gatii agargoo keessatti irra deddeebi'amee mul'atu.
|-
| Range (of data) || '''Garagarummaa''' || Garaagarummaa gatii guddaa fi gatii xiqqaa agargoo keessaa.
|-
| Graph || '''Caattoo''' ykn '''Caasmaya''' || Fakkii hariiroo jijjiiramoota lama ykn isaa ol gidduu jiru agarsiisu.
|-
|Variance
|
|
|-
|permutation
|
|
|}
[[Category:Herrega]]
[[Category:Galmee Jechootaa]]
[[Category:Saayinsii]]
nn338i6111gsafi2aallfixtwfi8vep
45660
45659
2026-05-15T18:52:02Z
~2026-29467-75
14004
45660
wikitext
text/x-wiki
'''Galmee Jechoota Herregaa''' kun tarree jechoota teeknikaa herregaa kan Afaan Ingiliziitiin beekamanii fi hiika isaanii Afaan Oromootiin of keessatti qabata. Kaayyoon isaa inni guddaan jechoota herregaa Afaan Oromoo standardii gochuufi akka maddaatti tajaajiluudha. Galmeen kun yeroo yeroon ni fooyya'a, jechoonni haaraanis itti dabalamaa deemu.
== Bu'uuraalee Herregaa (Basic Concepts) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Number || '''Lakkoofsa''' || Mallattoo herregaa kan baay'ina, ida'ama, ykn safara ibsu.
|-
| Real number || '''Lakkoofsa Waliigalaa''' || Lakkoofsota entaa fi entaa-al ta'an hunda kan of keessatti hammatu.
|-
| Imaginary number || '''Lakkoofsa Yaadoo''' || Lakkoofsa kuuslamee (square) seelkataa qabu; fkn, i.
|-
| Complex number || '''Lakkoofsa Xaxamaa''' || Lakkoofsa kutaalee waliigalaa fi yaadoo of keessaa qabu.
|-
| Integer || '''Lakkoofsa Duuchaa''' || Lakkoofsa guuttoo, seelkataa ykn zeeroo kan hirmeemii hin qabne. (..., -2, -1, 0, 1, 2, ...)
|-
| Natural number || '''Lakkoofsa Lakkaawwii''' || Lakkoofsota idilee wantoota ittiin lakkaawwan. (1, 2, 3, ...)
|-
| Rational || '''Lakkoofsa Entaa''' || Lakkoofsa bifa hirmeemiin (a/b) barreeffamuu danda'u.
|-
| Prime || '''Mutaxan''' || Lakkoofsa ofii isaa fi tokkoon (1) qofa hiramu.
|-
| Composite || '''Hammattoo''' || Lakkoofsa hirmaata lamaa ol qabu.
|-
| Positive Number || '''Lakkoofsa Guuttoo''' || Lakkoofsa kamiyyuu kan zeeroo ol ta'e. (+)
|-
| Negative Number || '''Lakkoofsa Seelkataa''' || Lakkoofsa kamiyyuu kan zeeroo gadi ta'e. (-)
|-
| Fraction || '''Hirmeemii''' ykn '''Hirmee''' || Kutaa guutuu tokkoo. Fakkeenyaaf, 1/2.
|-
| Addition || '''Ida'uu''' || Gocha herregaa kan lakkoofsota lama ykn isaa ol walitti dabaluu.
|-
| Sum || '''Ida'ama''' || Bu'aa yeroo lakkoofsonni walitti idaa'aman argamu.
|-
| Subtraction || '''Hir'isuu''' || Gocha herregaa kan lakkoofsa tokko isa kaan irraa buusuu.
|-
| Difference || '''Hir'ifama''' ykn '''Garaagarummaa''' || Bu'aa lakkoofsa tokko irraa isa kaan hir'isuun argamu.
|-
| Multiplication || '''Baay'isuu''' || Gocha herregaa kan lakkoofsa tokko yeroo lakkoofsa biraa ida'uu.
|-
| Product || '''Baay'ataa''' || Bu'aa yeroo lakkoofsonni walbaay'atan argamu.
|-
| Division || '''Hiruu''' || Gocha herregaa kan lakkoofsa tokko garee walqixa ta'etti qooduu.
|-
| Quotient || '''Gahee''' || Bu'aa qooddii (hiruu) irraa argamu.
|-
| Absolute value || '''Gatsirrii''' || Fageenya lakkoofsi tokko zeeroo irraa qabu, yeroo hunda guuttoo kan ta'e.
|-
| Set || '''Tuuta''' || Walitti qabama wantoota adda addaa kan amala walfakkaataa qaban.
|-
| Subset || '''Cita Tuutaa''' || Tuuta miseensonni isaa hundi tuuta biraa keessatti argaman.
|-
| Proper subset || '''Cita Tuuta Sirrii''' || Cita tuutaa kan tuuta guddaa wajjin guutummaatti walqixa hin taane.
|-
| Union || '''Makoo''' || Tuuta haaraa kan miseensota tuutaalee lamaanii walitti makuun uumamu.
|-
| Intersection || '''Kipha''' || Miseensota tuutaalee adda addaa gidduutti waloof ta'an.
|-
| Complement || '''Guuchisoo''' || Tuuta miseensota tuuta tokko keessa hin jirree garuu hawaasa tuutaa keessa jiran.
|-
| Constant || '''Dhaabbataa''' || Gatii kan hin jijjiiramne. Fakkeenyaaf, π fi e.
|}
== Aljeebraa (Algebra) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Algebra || '''Aljeebraa, Gimwallaa''' || Damee herregaa kan mallattoolee fi qubeewwan bakka lakkoofsaa fayyadamu.
|-
| Variable || '''Jijjiiramaa''' || Mallattoo kan gatii herregaa hin beekamne ykn jijjiiramuu danda'u bakka bu'u.
|-
| Function || '''Warroommii''' || Hariiroo galtee fi bu'aa gidduu jiru; galteen tokko bu'aa tokko qofa qaba.
|-
| Expression || '''Ibsama''' || Walitti qabama jijjiiramoota, lakkoofsotaa fi mallattoolee hojmaataa (kan = hin qabne).
|-
| Equation || '''Hima Walqixaa''' || Ibsa herregaa kan mallattoo (=) fayyadamuun wantoonni lama walqixa ta'uu agarsiisu.
|-
| Linear equation || '''Hima Walqixaa Sararaawaa''' || Hima walqixaa kan aankiin jijjiiramaa isaa olaanaan tokko (1) ta'e.
|-
| Simultaneous eq. || '''Hima Walqixaa Walfaanoo''' || Sirna himoota walqixaa lama ykn isaa ol yeroo tokkoon furaman.
|-
| Quadratic equation || '''Hima Kaslamee''' || Hima walqixaa kan aankiin jijjiiramaa isaa olaanaan lama (2) ta'e.
|-
| Inequality || '''Hima Walcaalmaa''' || Ibsa kan mallattoo (<, >) fayyadamuun gatiiwwan walcaaluu agarsiisu.
|-
| Term || '''Waamsa''' || Kutaa hima aljebraa kan ida'uun ykn hir'isuun addaan bahu.
|-
| Polynomial || '''Waamsa Danee''' || Ibsama herregaa kan waamsota hedduu of keessaa qabu.
|-
| Degree || '''Aankii''' || Aangoo olaanaa jijjiiramaa waamsa danee tokko keessatti argamu.
|-
| Rational expression || '''Ibsama Entaa''' || Ibsama akka hirmeemii waamsota danee lamaatti barreeffamu.
|-
| Factorization || '''Hirmaateessuu''' || Ibsama herregaa gara baay'ataa hirmaattoota isaatti diiguu.
|-
| Factor || '''Hirmaata''' || Lakkoofsa ykn ibsama kan isa biraatiin yeroo baay'atu bu'aa barbaadame kennu.
|-
| Power || '''Aangoo''' || Lakkoofsa guutuu kan lakkoofsi ofiin yeroo meeqa akka baay'ifamu agarsiisu.
|-
| Radical || '''Asxundee, Caaroo''' || Mallattoo hundee (√) agarsiisuuf tajaajilu.
|-
| Range (of a function) || '''Hangii''' || Tuuta bu'aawwan (outputs) hunda kan warroommiin kennu.
|-
| Inverse || '''Fuggisoo''' || Gocha ykn warroommii faallaa isaa ta'e (fkn, fuggisoon ida'uu hir'isuudha).
|-
| Symmetry || '''Dacha'oo''' || Amala boca ykn caattoo bakka walqixa lamatti haala walfakkaatuun qoodamuu danda'uu.
|-
| Intercept || '''Qaxxaamura''' || Bakka caattoon tokko siiqqee (axis) itti qaxxaamuru.
|-
| Asymptote || '''Haqaaqa''' || Sarara caattoon tokko itti dhihaachaa deemu garuu hin tuqne. (Olee = vertical, Dalgee = horizontal, Shaffaaxa = oblique).
|-
| Slope || '''Dhundhula''' || Hamma ciisina ykn olka'iinsa sarara tokkoo.
|}
== Tartiiba fi Walgaafaa (Sequences and Series) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Sequence || '''Walfaantii''' || Tarree lakkoofsotaa kan seera murtaa'e tokko hordofee walfaana dhufu.
|-
| Series || '''Walgaafa''' || Ida'ama wal-hordofaa miseensota tartiiba (walfaantii) tokkoo.
|}
== Hercaasaa fi Danaalee (Geometry & Shapes) ==

| Geometry || '''Hercaasaa''' || Damee herregaa kan waa'ee bocaa, guddinaa fi iddoo qoratu.
|-
| Point || '''Tuqaa''' || Bakka iddoo keessatti argamu, kan dheerina, bal'ina, ykn olka'iinsa hin qabne.
|-
| Line || '''Sarara''' || Fageenya gabaabaa tuqaawwan lama gidduutti argamu.
|-
| Angle || '''Kofa''' || Iddoo sararoonni lama itti wal-argan, kan digiriin safaramu.
|-
| Bearing || '''Ka'umsa Safaraa''' || Kofa kaaba irraa ka'uun kallattii agarsiisuuf safaramu.
|-
| Parallel || '''Waltarree''' || Sararoota fageenya walqixa wal-irraa qabanii fi matumaa wal hin tuqne.
|-
| Perpendicular || '''Dhabsirroo''' || Sararoota kofa sirrii (90°) irratti wal-qaxxaamuran.
|-
| Plane || '''Diriiroo''' || Iddoo diriiraa daangaa hin qabne (2D).
|-
| Triangle || '''Sadakkuu, Rogsadee''' || Bokoo cufaa kan roga sadii fi kofa sadii qabu.
|-
| Square || '''Arfakkuu''' || Bokoo cufaa kan roga afur walqixa ta'anii fi kofa sirrii afur qabu.
|-
| Rectangle || '''Afroggee''' || Bokoo roga afur kan kofoonni isaa hunduu sirrii (90°) ta'an.
|-
| Parallelogram || '''Cinroggee''' || Afrakkuu kan rogni wal-faallessu waltarree (parallel) ta'e.
|-
| Trapezoid || '''Limmatoo''' || Afroggee roga waltarree ta'an cimdii tokko qofa qabu.
|-
| Rhombus || '''Kofarfee''' || Afrakkuu kan rogni isaa hunduu walqixa ta'e.
|-
| Pyramid || '''Dossoo''' || Boca-sadee bu'uura rogdanee qabuu fi fiixee tokkotti walitti dhufu.
|-
| Cone || '''Biilalee, Muxxata''' || Boca-sadee kan bu'uurri isaa geengoo ta'ee, fiixeetti ol-cuqqaalamu.
|-
| Cylinder || '''Shirimirii''' || Boca-sadee kan bu'uura geengoo walqixa lamaa fi dirra gomboobaa qabu.
|-
| Side || '''Roga''' || Sarara daarii boca tokkoo ijaaru.
|-
| Base || '''Hundee''' || Roga jalaa kan bocni tokko irratti dhaabatu.
|-
| Height || '''Olee''' || Dheerina hundee irraa hanga fiixeetti jiru (olka'iinsa).
|-
| Length || '''Dheerina''' || Safara fageenya dheeraa wanta tokkoo.
|-
| Width || '''Dalgee''' || Safara bal'ina sarara cinaa (gabaabaa) wanta tokkoo.
|-
| Centroid || '''Handhuura''' || Tuqaa giddugaleessa ulfaatinaa ykn wiirtuu boca tokkoo.
|}
== Kutaa Biilalee (Conic Sections) ==

| Conic section || '''Kutaa Biilalee''' || Caattoo biilalee (cone) fi diriiroo (plane) qaxxaamursiisuun uumamu.
|-
| Circle || '''Geengoo''' || Sarara gomboobaa cufaa tuqaa gidduu irraa fageenya walqixa qabu.
|-
| Radius || '''Wiifa''' || Sarara wiirtuu geengoo irraa ka'ee daarii isaa tuqu.
|-
| Diameter || '''Fullata''' || Sarara daarii geengoo lama walqunnamsiisuu fi wiirtuu keessa darbu.
|-
| Arc || '''Golboo''' || Kutaa sarara daarii geengoo ykn boca gomboobaa tokkoo.
|-
| Sector || '''Birkoo''' || Kutaa geengoo kan wiifa lamaa fi golboon daangeffame.
|-
| Parabola || '''Baallaa''' || Caattoo bifa 'U' qabu kan kutaa biilalee irraa argamu.
|-
| Ellipse || '''Luggee''' || Boca killee ykn geengoo harkifame fakkaatu.
|-
| Hyperbola || '''Garlamboollee''' || Kutaa biilalee sararoota bifa faallaa ta'een banaman lama qabu.
|-
| Vertex || '''Guttiyyee''' || Fiixee ykn tuqaa ijoo itti sararoonni ykn caattoon dacha'u.
|-
| Directrix || '''Sararqa''' || Sarara iddoo dhaabbataa kan caattoo kutaa biilalee uumuuf fayyadu.
|-
| Focus || '''Qaatii''' || Tuqaa dhaabbataa baallaa ykn luggee safaruuf gargaaru.
|-
| Foci || '''Qaatiilee''' || Tuqaalee 'qaatii' (focus) hedduu bakka bu'u.
|-
| Major axis || '''Siiqqee Guddaa''' || Sarara dheeraa luggee (ellipse) tokkoo qaxxaamuru.
|-
| Minor axis || '''Siiqqee Xinnaa''' || Sarara gabaabaa luggee tokkoo qaxxaamuru.
|-
| Transverse axis || '''Siiqqee Walfuullee''' || Sarara wiirtuu garlamboollee darbuun qaatiilee walqunnamsiisu.
|-
| Conjugate axis || '''Siiqqee Mirree''' || Sarara dhabsirroo siiqqee walfuullee ta'e.
|}
== Tarreentaalee fi Kalqabee (Matrices and Vectors) ==

| Matrices || '''Tarreentaalee''' || Tarreewwan lakkoofsotaa bifa gabateen gurmaa'an.
|-
| Matrix || '''Tarreentaa''' || Tarree lakkoofsotaa kan tarjaa fi tarreedhaan qindaa'e.
|-
| Row || '''Tarree''' || Lakkoofsota haala dalgeetiin (horizontally) barreeffaman.
|-
| Column || '''Tarjaa''' || Lakkoofsota haala oletiin (vertically) barreeffaman.
|-
| Determinant || '''Gatwaraantoo''' || Gatii addaa tarreentaa afrakkuu (square matrix) irraa shallagamu.
|-
| Vector || '''Kalqabee''' || Wanta safara hammangaa (magnitude) fi kallattii qabu.
|}
== Kaalkulasii (Calculus) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Limit || '''Daangaa''' || Gatii warroommiin tokko itti dhihaatu yeroo galteen isaa gara gatii murtaa'e tokkootti siqu.
|-
| Derivative || '''Babbaafammee''' || Saffisa jijjiirama warroommii tokkoo agarsiisa.
|-
| Integral || '''Guuttee''' ykn '''Wajjummaa''' || Bal'ina caattoo jala jiru shallaguuf kan gargaaru.
|}
== Istaatistiksii fi Carraa (Statistics and Probability) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Statistics || '''Istaatistiksii, Xinannoo''' || Saayinsii agargoo walitti qabuu, qindeessuu, fi xiinxaluu.
|-
| Probability || '''Carraa''' || Sadarkaa ykn dandeettii taateen tokko itti raawwatamuu danda'u.
|-
| Factorial || '''Tarbaayisuu''' || Baay'ataa lakkoofsota idilee 1 irraa eegalee hanga lakkoofsa kennamee jiran hunda (n!).
|-
| Permutation || '''Hiriirmaya''' || Filannoo ykn qindaa'ina wantootaa kan tartiibni (order) isaanii iddoo guddaa qabu.
|-
| Combination || '''Filmaya''' || Filannoo wantootaa kan tartiibni isaanii iddoo hin qabne.
|-
| Data || '''Agargoo''' || Odeeffannoo walitti qabame, kan yeroo baayyee lakkoofsaan ibsamu.
|-
| Variance || '''Faca'ina''' || Safara hammam agargoon tokko giddu-galeessa irraa akka fagaatu ykn faca'u agarsiisu.
|-
| Mean / Average || '''Giddu-galeessa''' || Walitti ida'ama lakkoofsotaa baay'ina isaaniitiif hirame.
|-
| Median || '''Gatii Gidduu''' || Gatii agargoo tartiibeffame keessatti walakkaa irra jiru.
|-
| Mode || '''Gatii Marmaaraa''' || Gatii agargoo keessatti irra deddeebi'amee mul'atu.
|}
[[Category:Herrega]]
[[Category:Galmee Jechootaa]]
[[Category:Saayinsii]]
emgd5bxtbc5vjc64elyyjhnijcp9bb0
45661
45660
2026-05-15T18:52:41Z
~2026-29467-75
14004
/* Bu'uuraalee Herregaa (Basic Concepts) */
45661
wikitext
text/x-wiki
'''Galmee Jechoota Herregaa''' kun tarree jechoota teeknikaa herregaa kan Afaan Ingiliziitiin beekamanii fi hiika isaanii Afaan Oromootiin of keessatti qabata. Kaayyoon isaa inni guddaan jechoota herregaa Afaan Oromoo standardii gochuufi akka maddaatti tajaajiluudha. Galmeen kun yeroo yeroon ni fooyya'a, jechoonni haaraanis itti dabalamaa deemu.
== Bu'uuraalee Herregaa (Basic Concepts) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Number || '''Lakkoofsa''' || Mallattoo herregaa kan baay'ina, ida'ama, ykn safara ibsu.
|-
| Real number || '''Lakkoofsa Waliigalaa''' || Lakkoofsota entaa fi entaa-al ta'an hunda kan of keessatti hammatu.
|-
| Imaginary number || '''Lakkoofsa Yaadoo''' || Lakkoofsa kuuslamee (square) seelkataa qabu; fkn, i.
|-
| Complex number || '''Lakkoofsa Xaxamaa''' || Lakkoofsa kutaalee waliigalaa fi yaadoo of keessaa qabu.
|-
| Integer || '''Lakkoofsa Duuchaa''' || Lakkoofsa guuttoo, seelkataa ykn zeeroo kan hirmeemii hin qabne. (..., -2, -1, 0, 1, 2, ...)
|-
| Natural number || '''Lakkoofsa Lakkaawwii''' || Lakkoofsota idilee wantoota ittiin lakkaawwan. (1, 2, 3, ...)
|-
| Rational || '''Lakkoofsa Entaa''' || Lakkoofsa bifa hirmeemiin (a/b) barreeffamuu danda'u.
|-
| Prime || '''Kophxii''' || Lakkoofsa ofii isaa fi tokkoon (1) qofa hiramu.
|-
| Composite || '''Hammattoo''' || Lakkoofsa hirmaata lamaa ol qabu.
|-
| Positive Number || '''Lakkoofsa Guuttoo''' || Lakkoofsa kamiyyuu kan zeeroo ol ta'e. (+)
|-
| Negative Number || '''Lakkoofsa Seelkataa''' || Lakkoofsa kamiyyuu kan zeeroo gadi ta'e. (-)
|-
| Fraction || '''Hirmeemii''' ykn '''Hirmee''' || Kutaa guutuu tokkoo. Fakkeenyaaf, 1/2.
|-
| Addition || '''Ida'uu''' || Gocha herregaa kan lakkoofsota lama ykn isaa ol walitti dabaluu.
|-
| Sum || '''Ida'ama''' || Bu'aa yeroo lakkoofsonni walitti idaa'aman argamu.
|-
| Subtraction || '''Hir'isuu''' || Gocha herregaa kan lakkoofsa tokko isa kaan irraa buusuu.
|-
| Difference || '''Hir'ifama''' ykn '''Garaagarummaa''' || Bu'aa lakkoofsa tokko irraa isa kaan hir'isuun argamu.
|-
| Multiplication || '''Baay'isuu''' || Gocha herregaa kan lakkoofsa tokko yeroo lakkoofsa biraa ida'uu.
|-
| Product || '''Baay'ataa''' || Bu'aa yeroo lakkoofsonni walbaay'atan argamu.
|-
| Division || '''Hiruu''' || Gocha herregaa kan lakkoofsa tokko garee walqixa ta'etti qooduu.
|-
| Quotient || '''Gahee''' || Bu'aa qooddii (hiruu) irraa argamu.
|-
| Absolute value || '''Gatsirrii''' || Fageenya lakkoofsi tokko zeeroo irraa qabu, yeroo hunda guuttoo kan ta'e.
|-
| Set || '''Tuuta''' || Walitti qabama wantoota adda addaa kan amala walfakkaataa qaban.
|-
| Subset || '''Cita Tuutaa''' || Tuuta miseensonni isaa hundi tuuta biraa keessatti argaman.
|-
| Proper subset || '''Cita Tuuta Sirrii''' || Cita tuutaa kan tuuta guddaa wajjin guutummaatti walqixa hin taane.
|-
| Union || '''Makoo''' || Tuuta haaraa kan miseensota tuutaalee lamaanii walitti makuun uumamu.
|-
| Intersection || '''Kipha''' || Miseensota tuutaalee adda addaa gidduutti waloof ta'an.
|-
| Complement || '''Guuchisoo''' || Tuuta miseensota tuuta tokko keessa hin jirree garuu hawaasa tuutaa keessa jiran.
|-
| Constant || '''Dhaabbataa''' || Gatii kan hin jijjiiramne. Fakkeenyaaf, π fi e.
|}
== Aljeebraa (Algebra) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Algebra || '''Aljeebraa, Gimwallaa''' || Damee herregaa kan mallattoolee fi qubeewwan bakka lakkoofsaa fayyadamu.
|-
| Variable || '''Jijjiiramaa''' || Mallattoo kan gatii herregaa hin beekamne ykn jijjiiramuu danda'u bakka bu'u.
|-
| Function || '''Warroommii''' || Hariiroo galtee fi bu'aa gidduu jiru; galteen tokko bu'aa tokko qofa qaba.
|-
| Expression || '''Ibsama''' || Walitti qabama jijjiiramoota, lakkoofsotaa fi mallattoolee hojmaataa (kan = hin qabne).
|-
| Equation || '''Hima Walqixaa''' || Ibsa herregaa kan mallattoo (=) fayyadamuun wantoonni lama walqixa ta'uu agarsiisu.
|-
| Linear equation || '''Hima Walqixaa Sararaawaa''' || Hima walqixaa kan aankiin jijjiiramaa isaa olaanaan tokko (1) ta'e.
|-
| Simultaneous eq. || '''Hima Walqixaa Walfaanoo''' || Sirna himoota walqixaa lama ykn isaa ol yeroo tokkoon furaman.
|-
| Quadratic equation || '''Hima Kaslamee''' || Hima walqixaa kan aankiin jijjiiramaa isaa olaanaan lama (2) ta'e.
|-
| Inequality || '''Hima Walcaalmaa''' || Ibsa kan mallattoo (<, >) fayyadamuun gatiiwwan walcaaluu agarsiisu.
|-
| Term || '''Waamsa''' || Kutaa hima aljebraa kan ida'uun ykn hir'isuun addaan bahu.
|-
| Polynomial || '''Waamsa Danee''' || Ibsama herregaa kan waamsota hedduu of keessaa qabu.
|-
| Degree || '''Aankii''' || Aangoo olaanaa jijjiiramaa waamsa danee tokko keessatti argamu.
|-
| Rational expression || '''Ibsama Entaa''' || Ibsama akka hirmeemii waamsota danee lamaatti barreeffamu.
|-
| Factorization || '''Hirmaateessuu''' || Ibsama herregaa gara baay'ataa hirmaattoota isaatti diiguu.
|-
| Factor || '''Hirmaata''' || Lakkoofsa ykn ibsama kan isa biraatiin yeroo baay'atu bu'aa barbaadame kennu.
|-
| Power || '''Aangoo''' || Lakkoofsa guutuu kan lakkoofsi ofiin yeroo meeqa akka baay'ifamu agarsiisu.
|-
| Radical || '''Asxundee, Caaroo''' || Mallattoo hundee (√) agarsiisuuf tajaajilu.
|-
| Range (of a function) || '''Hangii''' || Tuuta bu'aawwan (outputs) hunda kan warroommiin kennu.
|-
| Inverse || '''Fuggisoo''' || Gocha ykn warroommii faallaa isaa ta'e (fkn, fuggisoon ida'uu hir'isuudha).
|-
| Symmetry || '''Dacha'oo''' || Amala boca ykn caattoo bakka walqixa lamatti haala walfakkaatuun qoodamuu danda'uu.
|-
| Intercept || '''Qaxxaamura''' || Bakka caattoon tokko siiqqee (axis) itti qaxxaamuru.
|-
| Asymptote || '''Haqaaqa''' || Sarara caattoon tokko itti dhihaachaa deemu garuu hin tuqne. (Olee = vertical, Dalgee = horizontal, Shaffaaxa = oblique).
|-
| Slope || '''Dhundhula''' || Hamma ciisina ykn olka'iinsa sarara tokkoo.
|}
== Tartiiba fi Walgaafaa (Sequences and Series) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Sequence || '''Walfaantii''' || Tarree lakkoofsotaa kan seera murtaa'e tokko hordofee walfaana dhufu.
|-
| Series || '''Walgaafa''' || Ida'ama wal-hordofaa miseensota tartiiba (walfaantii) tokkoo.
|}
== Hercaasaa fi Danaalee (Geometry & Shapes) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Geometry || '''Hercaasaa''' || Damee herregaa kan waa'ee bocaa, guddinaa fi iddoo qoratu.
|-
| Point || '''Tuqaa''' || Bakka iddoo keessatti argamu, kan dheerina, bal'ina, ykn olka'iinsa hin qabne.
|-
| Line || '''Sarara''' || Fageenya gabaabaa tuqaawwan lama gidduutti argamu.
|-
| Angle || '''Kofa''' || Iddoo sararoonni lama itti wal-argan, kan digiriin safaramu.
|-
| Bearing || '''Ka'umsa Safaraa''' || Kofa kaaba irraa ka'uun kallattii agarsiisuuf safaramu.
|-
| Parallel || '''Waltarree''' || Sararoota fageenya walqixa wal-irraa qabanii fi matumaa wal hin tuqne.
|-
| Perpendicular || '''Dhabsirroo''' || Sararoota kofa sirrii (90°) irratti wal-qaxxaamuran.
|-
| Plane || '''Diriiroo''' || Iddoo diriiraa daangaa hin qabne (2D).
|-
| Triangle || '''Sadakkuu, Rogsadee''' || Bokoo cufaa kan roga sadii fi kofa sadii qabu.
|-
| Square || '''Arfakkuu''' || Bokoo cufaa kan roga afur walqixa ta'anii fi kofa sirrii afur qabu.
|-
| Rectangle || '''Afroggee''' || Bokoo roga afur kan kofoonni isaa hunduu sirrii (90°) ta'an.
|-
| Parallelogram || '''Cinroggee''' || Afrakkuu kan rogni wal-faallessu waltarree (parallel) ta'e.
|-
| Trapezoid || '''Limmatoo''' || Afroggee roga waltarree ta'an cimdii tokko qofa qabu.
|-
| Rhombus || '''Kofarfee''' || Afrakkuu kan rogni isaa hunduu walqixa ta'e.
|-
| Pyramid || '''Dossoo''' || Boca-sadee bu'uura rogdanee qabuu fi fiixee tokkotti walitti dhufu.
|-
| Cone || '''Biilalee, Muxxata''' || Boca-sadee kan bu'uurri isaa geengoo ta'ee, fiixeetti ol-cuqqaalamu.
|-
| Cylinder || '''Shirimirii''' || Boca-sadee kan bu'uura geengoo walqixa lamaa fi dirra gomboobaa qabu.
|-
| Side || '''Roga''' || Sarara daarii boca tokkoo ijaaru.
|-
| Base || '''Hundee''' || Roga jalaa kan bocni tokko irratti dhaabatu.
|-
| Height || '''Olee''' || Dheerina hundee irraa hanga fiixeetti jiru (olka'iinsa).
|-
| Length || '''Dheerina''' || Safara fageenya dheeraa wanta tokkoo.
|-
| Width || '''Dalgee''' || Safara bal'ina sarara cinaa (gabaabaa) wanta tokkoo.
|-
| Centroid || '''Handhuura''' || Tuqaa giddugaleessa ulfaatinaa ykn wiirtuu boca tokkoo.
|}
== Kutaa Biilalee (Conic Sections) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Conic section || '''Kutaa Biilalee''' || Caattoo biilalee (cone) fi diriiroo (plane) qaxxaamursiisuun uumamu.
|-
| Circle || '''Geengoo''' || Sarara gomboobaa cufaa tuqaa gidduu irraa fageenya walqixa qabu.
|-
| Radius || '''Wiifa''' || Sarara wiirtuu geengoo irraa ka'ee daarii isaa tuqu.
|-
| Diameter || '''Fullata''' || Sarara daarii geengoo lama walqunnamsiisuu fi wiirtuu keessa darbu.
|-
| Arc || '''Golboo''' || Kutaa sarara daarii geengoo ykn boca gomboobaa tokkoo.
|-
| Sector || '''Birkoo''' || Kutaa geengoo kan wiifa lamaa fi golboon daangeffame.
|-
| Parabola || '''Baallaa''' || Caattoo bifa 'U' qabu kan kutaa biilalee irraa argamu.
|-
| Ellipse || '''Luggee''' || Boca killee ykn geengoo harkifame fakkaatu.
|-
| Hyperbola || '''Garlamboollee''' || Kutaa biilalee sararoota bifa faallaa ta'een banaman lama qabu.
|-
| Vertex || '''Guttiyyee''' || Fiixee ykn tuqaa ijoo itti sararoonni ykn caattoon dacha'u.
|-
| Directrix || '''Sararqa''' || Sarara iddoo dhaabbataa kan caattoo kutaa biilalee uumuuf fayyadu.
|-
| Focus || '''Qaatii''' || Tuqaa dhaabbataa baallaa ykn luggee safaruuf gargaaru.
|-
| Foci || '''Qaatiilee''' || Tuqaalee 'qaatii' (focus) hedduu bakka bu'u.
|-
| Major axis || '''Siiqqee Guddaa''' || Sarara dheeraa luggee (ellipse) tokkoo qaxxaamuru.
|-
| Minor axis || '''Siiqqee Xinnaa''' || Sarara gabaabaa luggee tokkoo qaxxaamuru.
|-
| Transverse axis || '''Siiqqee Walfuullee''' || Sarara wiirtuu garlamboollee darbuun qaatiilee walqunnamsiisu.
|-
| Conjugate axis || '''Siiqqee Mirree''' || Sarara dhabsirroo siiqqee walfuullee ta'e.
|}
== Tarreentaalee fi Kalqabee (Matrices and Vectors) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Matrices || '''Tarreentaalee''' || Tarreewwan lakkoofsotaa bifa gabateen gurmaa'an.
|-
| Matrix || '''Tarreentaa''' || Tarree lakkoofsotaa kan tarjaa fi tarreedhaan qindaa'e.
|-
| Row || '''Tarree''' || Lakkoofsota haala dalgeetiin (horizontally) barreeffaman.
|-
| Column || '''Tarjaa''' || Lakkoofsota haala oletiin (vertically) barreeffaman.
|-
| Determinant || '''Gatwaraantoo''' || Gatii addaa tarreentaa afrakkuu (square matrix) irraa shallagamu.
|-
| Vector || '''Kalqabee''' || Wanta safara hammangaa (magnitude) fi kallattii qabu.
|}
== Kaalkulasii (Calculus) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Limit || '''Daangaa''' || Gatii warroommiin tokko itti dhihaatu yeroo galteen isaa gara gatii murtaa'e tokkootti siqu.
|-
| Derivative || '''Babbaafammee''' || Saffisa jijjiirama warroommii tokkoo agarsiisa.
|-
| Integral || '''Guuttee''' ykn '''Wajjummaa''' || Bal'ina caattoo jala jiru shallaguuf kan gargaaru.
|}
== Istaatistiksii fi Carraa (Statistics and Probability) ==
{| class="wikitable"
|+
! Maqaa Afaan Ingiliziin !! Maqaa Afaan Oromoon !! Ibsa Gabaabaa
|-
| Statistics || '''Istaatistiksii, Xinannoo''' || Saayinsii agargoo walitti qabuu, qindeessuu, fi xiinxaluu.
|-
| Probability || '''Carraa''' || Sadarkaa ykn dandeettii taateen tokko itti raawwatamuu danda'u.
|-
| Factorial || '''Tarbaayisuu''' || Baay'ataa lakkoofsota idilee 1 irraa eegalee hanga lakkoofsa kennamee jiran hunda (n!).
|-
| Permutation || '''Hiriirmaya''' || Filannoo ykn qindaa'ina wantootaa kan tartiibni (order) isaanii iddoo guddaa qabu.
|-
| Combination || '''Filmaya''' || Filannoo wantootaa kan tartiibni isaanii iddoo hin qabne.
|-
| Data || '''Agargoo''' || Odeeffannoo walitti qabame, kan yeroo baayyee lakkoofsaan ibsamu.
|-
| Variance || '''Faca'ina''' || Safara hammam agargoon tokko giddu-galeessa irraa akka fagaatu ykn faca'u agarsiisu.
|-
| Mean / Average || '''Giddu-galeessa''' || Walitti ida'ama lakkoofsotaa baay'ina isaaniitiif hirame.
|-
| Median || '''Gatii Gidduu''' || Gatii agargoo tartiibeffame keessatti walakkaa irra jiru.
|-
| Mode || '''Gatii Marmaaraa''' || Gatii agargoo keessatti irra deddeebi'amee mul'atu.
|}
[[Category:Herrega]]
[[Category:Galmee Jechootaa]]
[[Category:Saayinsii]]
msisjfec3sewxovuqbp9ew3tpkhzyni