Wikipedia
omwiki
https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura
MediaWiki 1.47.0-wmf.4
first-letter
Media
Special
Talk
User
User talk
Wikipedia
Wikipedia talk
File
File talk
MediaWiki
MediaWiki talk
Template
Template talk
Help
Help talk
Category
Category talk
TimedText
TimedText talk
Module
Module talk
Event
Event talk
Itoophiyaa
0
2196
45707
41581
2026-06-03T11:58:30Z
~2026-32967-13
14096
/* Dimoograafii */ sabaafi sab-lammiin itoophiyaa keessa eenyu fa'ii
45707
wikitext
text/x-wiki
{{Biyya|
| Maqaa = <br />Rippabliikii Federaalawaa<br>Dimookraatawaa Itiyoophiyaa
| Alaabaa = [[File:Flag of Ethiopia.svg|90px]]
| Asxaa uffata waraanaa = [[File:Coat of arms of Ethiopia.svg|90px]]
| Kaartaa = [[File:Ethiopia (Africa orthographic projection).svg|190px]]
| Magaalaa Guddaa = Finfinnee
| Afaanota Hojiilee = Amaaraa, Afaan Oromoo, Tigrinyaa, Somaalee, Affaar
| Afaan naannolee
= naannoleen naannoo isaaniitti afaan mataasaanii fayyadamuu danda'u.
|Sabaafi Sablammoota
=
34.5% Oromoo
26.9% Amaara
6.2% Somaalee
6.1% Tigiraay
4.0% Sidaamaa
2.5% Guraagee
2.3% Walaayittaa
1.7% Hadiyyaa
1.7% Afar
1.5% Gaamoo
12.6% kanneen biroo
[[Hararii]]
[[Sidaamaa]]
| Mootummaa = Rippaabiliika
| Ballina = lafa 1104300 km²
= Bishaan (%) 0.7
| Baayyina ummataa = 102374044 (2017)
= 117,876,227 (2021) tilmaamaan
= 73,750,932 lakkoofsa (2007)
| Tuuta'iinsa ummataa = 92.7/km²
| Faaruu = [[Faaruu Itoophiyaa]]
= [[Faaruu Oromiyaa]]
| Koodii lakkoofsa bilbilaa = +251
}}
[[File:Map of zones of Ethiopia.svg|thumb|right|upright=1.35|Itoophiyaa]]
'''Rippaabilika Federaalawaa Dimookraatawaa Itiyoophiyaa''' jedhamuudhaan kan beekamtu biyya [[Gaanfa Afrikaa]]tti argamtu yoo taatu, erga [[Eertiraa]]n irraa bara 1993 G.C. cittee booda [[biyya lafa qofaan marfamte]] taatee jirti. Itoophiyaan Kaabaan [[Eertiraa]]n, Dhihaan [[Sudaan]]in, Kibbaan [[Keeniyaa]]n, Kaaba-bahaan [[Jibuutii]]n fi Bahaan immoo [[Somaaliyaa]]n daangeffamtee argamti.
Itiyoophiyaan biyyoota umrii dheeraa qaban (biyyoota qarooma durii qaban)jalatti yoo ramadamtu, [[Afrikaa]] keessaa baay'ina ummataan [[Naayijeeriyaa]]tti aantee sadarkaa lammaffaa irratti argamti. Barbaadina dhufaatii ilma namaa irratti ga'e guddaa kan qabdu biyyittiin tun, maqaa ''cradle of mankind (bakka dhaloota sanyii namaa)'' jedhamuufi filatamuu dandeessee jirti. Itoophiyaan biyyoota [[Afrikaa]] keessaa biyya koloniin hin qabamin keessaa ishee tokko. [[Laayibeeriyaa]]n koloniin qabamu baatullee, biyyittiin [[Laayibeeriyaa]] kan itti dhaabatte kolonii Afrikaanota Ameerikaa taatee wanta turteef. Itoophiyaan waggaa shaniif 1936-1941 G.C. [[Faashistii Xaaliyaan]]iin haa qabamtu malee, dhumarratti Itoophiyaan gargaarsa [[Ingilaandi]]itiin mo'achuu dandeesseetti. Jaarraa 4ffaa keessatti kan gara [[kiristaana|kiristaanummaatti]] jijjiiramte biyyi kun, addunyaa keessaa biyya mootummaa kiristaanaa qabanii turan keessaa ishee lammaffaadha.
Haa ta'u malee biyyi Itoophiyaa seenaa hacuuccaa fi ukkaamsaa dheeraa keessa kan turte yoo ta'u keessaayyuu bara mootummaa [[Miniilik]], [[Hayila Sillaasee]], [[Dargii]], fi ADWUI hidhaa, reebichaafi ajjeechaa keessa darbite. Namoonni mirgaa fi walqixxummaaf qabsaa'an hedduun haala kanaan ukkaamfamaniiru.
== Seenaa Itoophiyaa ==
{{Kanas ilaali|Seenaa Itoophiyaa}} belay haile debale barreessaa seena
== Hawaasa ==
{{Kanas ilaali|Hawaasa Itoopiyaa}}
== Dinagdee ==
{{Kanas ilaali|Dinagdee Itoopiya}}
Akka Dhaabbannii Maallaqa Addunyaa jedhutti, Itoophiyaan biyyoota addunyaarra baayyee saffisaan guddachaa jiran keessa ishii tokko yoo taatu bara 2004 hanga 2009tti guddina diinagdee dhibbeentaa 10% ol galmessisiifte. Kunis bara 2007 fi 2008 diinagdee boba'aa-maleessa kan baayyee saffisaan guddachaa ture dha. Bara 2012tti, guddinni kun gara 7%tti gadi bu'e. Gara fuulduraatti, guddinni Itoophiyaa naannoo 6.5% ta'a jedhamee tilmaamama - kunis fedhiin namoota biyya alaa dadhabaa kan deemu fi sochiin abboota dhuunfa biyya keessaa ammoo kan daangeffame ta'u irraan kan ka'edha.
== Dimoograafii ==
Ummatni Itoophiyaa kan bara 1983 miliyoona 33.5 turerraa bara 2013tti gara miliyoona 93.8tti ol guddate.
sabaafi sablammoonni itoophiyaa eenyu fa'i?
{{Qoqooddama Itoophiyaa}}
{{Dachee Aafrikaa}}
<references/>
{{commonscat|Ethiopia|Itiyoophiyaa}}
[[Category:Itoophiyaa]]
[[Category:Dachee Aafrikaa]]
gv8ud7xjto5icp0lr48900pll734628
Jawaar Mahaammad
0
4835
45705
40859
2026-06-02T12:47:58Z
Kena Garedow
13857
Nothing
45705
wikitext
text/x-wiki
[[File:Jawar Mohammed.jpg|thumbnail]]
'''Jawaar Mahaammad''' ({{lang-en|'''Jawar Mohammed'''}}) qabsaawaa mirgaa fi xinxalaa siyaasaati. Jawaar yaada "Ani jalqaba Oromoo dha" ykn '{{lang|om|I am Oromo First}}' yaada jedhu uumuun, [[Oromoo|ummata Oromoo]] naannoo biyya ambaa jiraatan baayyee kakaasuu fi sabboonummaa isaanii cimsuun fudhatama guddaa argate.<ref>{{cite news|url=https://www.bbc.com/afaanoromoo/44683184 | title=Jawaar Mohammad maaliif biyyatti deebi'a? |websita=bbcafaanoromo.com}}</ref> Akkasumas, Jawaar gaaffiin mirgaa ummata Oromoo deebii akka argatu qeerroo hundeessee qabsaawuu bira darbe ummata [[Ethiopia|Itoophiyaa]] cunqurfamaniif sagalee ta'uun beekkama.
== Seenaa ==
Jawaar Mahaammad kan dhalatee caamsaa 12, 1986 [[oromiyaa]] godina harargee iddoo Dhummuuga jedhamu keessatti. Abbaan Jawaar baddaa Arsiirraa ka'anii gara gammoojjii daangaa Harargee jirutti kan godaanan yoo ta'u maatin haadhasaa ammoo gara Abbichuurraa bara Hayilsasillaasee keessa lafasaanirraa ari'atamanii gara sanatti kan godaanan turan. Kanaaf Jawaar karaa abbaasaa [[Arsi|Arsiirraa]] kan dhalate yoo ta'u, karaa haadhasaa ammoo Tuulamarraa kan dhalate. Haatisaa amantii Ortodoksiirraa kan dhufte yoo ta'u, abbaansaa ammoo amantii [[Islaamaa|Islaamarraa]] kan dhufe ture. Gama soddaatin Jawaar wallaggaa fi Guji dha.
[[File:Dandii Jawaar Jawar Street.jpg|thumbnail]]
Jawaar barnootasaa sadarkaa 1ffa magaalaa [[Asallaa]] mana barnoota kaatolik barate. Barnoota sadarkaa 2ffa [[Adaamaa|Adaamaatti]] kan barate yoo ta'u. Bara 2003 carraa iskoolaarshiippii biyya alaa argateen gara Singaappoor deeme achitti barnootasaa itti fufe. Achumaan itti fufuun gara [[Ameerikaa]] deemee Kaalifoorniyaa keessatti Yuunivarsiitii Istaanfoorditti barate; kunis iskoolaarshiippidhaan ture. Jawaar hawwiinsaa ijoollummaa fiziksi barachuu yoo ta'eyyu guyyaa keessa fedhiinsaa jijjiiramaa deemee. Bara 2009 Istaanfoorditti saayinsii siyaasaan (political science) eebbifame. Yunivarsiti kolombiyaa irra digrii 2ffaan 2013tti ebbifame.
Wabii
# [https://www.youtube.com/watch?v=kT7lkFLM2Ok Oromo Talk Show Hosted By Dawite Mekonen]
# [https://www.youtube.com/watch?v=KVD1gGtHEAM OMN: Weekly Amahric Program September 20, 2014]
[[Category:Qabsaawota Oromoo]]
[[Category:Oromoo Beekkamoo]]
__INDEX__
o48tha39cdd0c17t3ykp19wcx5ujnc8
45706
45705
2026-06-02T12:50:39Z
NDG
12708
Reverted edits by [[Special:Contribs/Kena Garedow|Kena Garedow]] ([[User talk:Kena Garedow|talk]]) to last version by NicoScribe: test edits, please use the sandbox
40859
wikitext
text/x-wiki
[[File:Jawar Mohammed.jpg|thumbnail]]
'''Jawaar Mahaammad''' ({{lang-en|'''Jawar Mohammed'''}}) qabsaawaa mirgaa fi xinxalaa siyaasaati. Jawaar yaada "Ani jalqaba Oromoo dha" ykn '{{lang|om|I am Oromo First}}' yaada jedhu uumuun, [[Oromoo|ummata Oromoo]] naannoo biyya ambaa jiraatan baayyee kakaasuu fi sabboonummaa isaanii cimsuun fudhatama guddaa argate.<ref>{{cite news|url=https://www.bbc.com/afaanoromoo/44683184 | title=Jawaar Mohammad maaliif biyyatti deebi'a? |websita=bbcafaanoromo.com}}</ref> Akkasumas, Jawaar gaaffiin mirgaa ummata Oromoo deebii akka argatu qeerroo hundeessee qabsaawuu bira darbe ummata [[Ethiopia|Itoophiyaa]] cunqurfamaniif sagalee ta'uun beekkama.
== Seenaa ==
Jawaar Mahaammad kan dhalatee caamsaa 12, 1986 [[oromiyaa]] godina harargee iddoo Dhummuuga jedhamu keessatti. Abbaan Jawaar baddaa Arsiirraa ka'anii gara gammoojjii daangaa Harargee jirutti kan godaanan yoo ta'u maatin haadhasaa ammoo gara Abbichuurraa bara Hayilsasillaasee keessa lafasaanirraa ari'atamanii gara sanatti kan godaanan turan. Kanaaf Jawaar karaa abbaasaa [[Arsi|Arsiirraa]] kan dhalate yoo ta'u, karaa haadhasaa ammoo Tuulamarraa kan dhalate. Haatisaa amantii Ortodoksiirraa kan dhufte yoo ta'u, abbaansaa ammoo amantii [[Islaamaa|Islaamarraa]] kan dhufe ture. Gama soddaatin Jawaar wallaggaa fi Guji dha.
[[File:Dandii Jawaar Jawar Street.jpg|thumbnail]]
Jawaar barnootasaa sadarkaa 1ffa magaalaa [[Asallaa]] mana barnoota kaatolik barate. Barnoota sadarkaa 2ffa [[Adaamaa|Adaamaatti]] kan barate yoo ta'u. Bara 2003 carraa iskoolaarshiippii biyya alaa argateen gara Singaappoor deeme achitti barnootasaa itti fufe. Achumaan itti fufuun gara [[Ameerikaa]] deemee Kaalifoorniyaa keessatti Yuunivarsiitii Istaanfoorditti barate; kunis iskoolaarshiippidhaan ture. Jawaar hawwiinsaa ijoollummaa fiziksi barachuu yoo ta'eyyu guyyaa keessa fedhiinsaa jijjiiramaa deemee. Bara 2009 Istaanfoorditti saayinsii siyaasaan (political science) eebbifame. Yunivarsiti kolombiyaa irra digrii 2ffaan 2013tti ebbifame.
== Wabii ==
# [https://www.youtube.com/watch?v=kT7lkFLM2Ok Oromo Talk Show Hosted By Dawite Mekonen]
# [https://www.youtube.com/watch?v=KVD1gGtHEAM OMN: Weekly Amahric Program September 20, 2014]
[[Category:Qabsaawota Oromoo]]
[[Category:Oromoo Beekkamoo]]
__INDEX__
apc4qxqfw623w957o8xvlrhf8mh4f4m