Wikipedia omwiki https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura MediaWiki 1.47.0-wmf.13 first-letter Media Special Talk User User talk Wikipedia Wikipedia talk File File talk MediaWiki MediaWiki talk Template Template talk Help Help talk Category Category talk TimedText TimedText talk Module Module talk Event Event talk Help:Contents/Accounti Ban 12 2270 45800 44055 2026-08-01T10:31:13Z Bukaari 14370 /* */ Amntaa jechun mal jechuudhaa 45800 wikitext text/x-wiki bukari Tamam ===Accounti Ban=== * Barresu jalqabun durra "acount"ii ofii qabachun barbachisaa dha. Kunis akka nami waan atti barresitte dubissu enyumma kankee bekku danda'u fi akka nama birra "wikipedia" kessatti "account"ii qabu wajjin wali-barresu dandettu sii qarqarra. # Bannuf bakka ''seenu/"account"ii banu'' jedhu birra dhaqii. Achiin immo ''Create an account'' kan jedhu bani Yokan immo kana -> [http://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Special:Userlogin&type=signup] bani. Achiin immo oddeffano barbachisuu gutti. Note:- E-mailii qabachuu dhabuun akka ''account''ii hin banane sii hingodhu, haa ta'u malee E-mailii qabachun akka ''user_talk page'' kessani naman wali-barresu dandettu sii godha. kuni immo akka yerro qarqarsa barbadu itti fayyadamtu sii qarqarra. * Ergaa Banatte immo ''log in'' tatta. Haa ta'u malle fayyadamte yoo fixxe bodda ''log out'' gochu hin dedhin. * Ergaa banatte bodda waan ''dubii kiyya'', ''fedhi kiyya'', ''my watchlist'', ''keena kiyya'' fi ''log out'' kan jedhutti dhufaa wa'e kana bekkuf fuula ''Qarqarsa'' jedhutti debi'i. c37kx4ssr0j15nm6toxdwwrz2dvz1n4