Wikipedia
omwiki
https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura
MediaWiki 1.47.0-wmf.18
first-letter
Media
Special
Talk
User
User talk
Wikipedia
Wikipedia talk
File
File talk
MediaWiki
MediaWiki talk
Template
Template talk
Help
Help talk
Category
Category talk
TimedText
TimedText talk
Module
Module talk
Event
Event talk
Aminoo Asidii
0
2395
45838
40868
2026-09-05T10:03:52Z
Д.Ильин
10281
45838
wikitext
text/x-wiki
[[File:Fenyloalanina.svg|thumb|[[Phenylalanine]] standard amino acids kessa tokko dha]]
[[chemistry]] kessatti, '''amino acid'''iin molekulii [[amine]] fi [[carboxyl]] [[functional group]] kan ofii kessa qaba. [[biochemistry]] kessatti immo, maqaan kuni kan ibsuu alpha-amino acidotta formula waluma-galatti NH<sub>2</sub>CHRCOOH ofii kessa qabani dha.<ref> Proline garuu formula wal-galla kana alla dha. Innis kutta NH<sub>2</sub> ta'ee hin qabu.</ref> Molekulotni kuni immoo kuttan amino fi carboxylate jedhaman kan [[carbon]] tokkotii walitti qabataan yoo ta'an kuni immo [[alpha carbon|α–carbon]] jedhamuu. Alpha amino asidonii garagara kan itti gargari ba'an garagarumma [[side chain]] (kutta R) alpha carbon isaanii irratti hunda'et. Garagarumman kunii immoo guddinan, diqicha [[hydrogen]] atom [[glycine]] kessatti argamu irra jalqabe, [[methyl group]] [[alanine]] kessatti argamu biraa darbee, hanga guddicha [[heterocycle|heterocyclic group]] [[tryptophan]] kessatti argamut ademma.
Alpha-amino asidoni [[protein]]iin kan irrati hunda'e dha. Proteiniin kan umamuu yoo amino asidoni walit qabamaniin yoo ta'u kunis ''sansalata'' amino asid [[peptide bond]]iin walit qabaman umuudhan. Proteiniin gargara hunda, amino acid garagara ta'e ofii kessa qaba, tartibii kunis tartibaa protein tokkofaa dha. Akkumaa qubeen gargara waliti dhufaani maqaa garagara ummuu danda'anii hunda, amino asidoniis tartiba gargara gargaran walitti qabamanii proteinotta gargara ummuu ni danda'u.
Proteinotaa [[list of standard amino acids|standard amino acids]] ta'an kan [[cell (biology)|cellotan]] [[protein biosynthesis]] kessatti tajajilaman digdama (20)t jiru, isaanis kan himaman [[genetic code]] isaanitiin. Amino asidonii 20n kuni kan [[biosynthesis|midhafaman]] molekulotta birra irra ta'ulee, Organizimotti gargara amino asid midhasu danda'aniin fi amino asiidonii nyattaa isaani kessatti barbachisuun gargari jirru. Gossi amino asid organizimotaan midhafamu hin dandenne [[essential amino acid]] jedhamani wamamu.
{{Commonscat|Amino acids}}
[[Category:Aminoo Asidii]]
su3lkbjx7y68cwoeo88scc21f5kg7e4
Qoricha Oromoo
0
4414
45837
37169
2026-09-05T00:11:44Z
InternetArchiveBot
8356
Rescuing 0 sources and tagging 1 as dead.) #IABot (v2.0.9.5
45837
wikitext
text/x-wiki
== Liinkii alaa ==
* [http://www.ncbi.nlm.nih.gov/pmc/articles/PMC2390512/ Ethnomedicinal plant knowledge and practice of the Oromo ethnic group in southwestern Ethiopia]
* [http://www.ethnobiomed.com/content/10/1/40 Medicinal plants used in traditional medicine by Oromo people, Ghimbi District, Southwest Ethiopia]{{Dead link|date=September 2026 |bot=InternetArchiveBot |fix-attempted=yes }}
* [https://web.archive.org/web/20150402025459/http://www.academia.edu/5761387/Buna_Qalaa_A_Quest_for_Traditional_Uses_of_Coffee_among_Oromo_People_with_Special_Emphasis_on_Wallaga_Ethiopia Buna Qalaa: A Quest for Traditional Uses of Coffee among Oromo People with Special Emphasis on Wallaga, Ethiopia]
* [http://omicsonline.org/aspects-of-common-traditional-medical-practices-applied-for-under-five-children-in-ethiopia-oromia-region-eastern-harargie-district-dadar-woreda-2011-gc-2161-0711.1000237.pdf Aspects of Common Traditional Medical Practices Applied for Under-Five Children in Ethiopia, Oromia Region, Eastern-Harargie District, Dadar Woreda, 2011 G.C]
{{Aadaa Oromoo}}
[[Category:Aadaa Oromoo]]
imh8iwr01824tfnsgz7jz05wq7cvs5k