Wikipedia
omwiki
https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura
MediaWiki 1.47.0-wmf.18
first-letter
Media
Special
Talk
User
User talk
Wikipedia
Wikipedia talk
File
File talk
MediaWiki
MediaWiki talk
Template
Template talk
Help
Help talk
Category
Category talk
TimedText
TimedText talk
Module
Module talk
Event
Event talk
Sheekkoo
0
6472
45839
45564
2026-09-05T17:57:54Z
Waziromohamade
14547
/* growthexperiments-addlink-summary-summary:2|0|0 */
45839
wikitext
text/x-wiki
'''Sheekkoon''' ({{lang-en|Fable}}; Sheeko Sheekkoo) gosa [[Afoola|afoolaa]] keessaa tokko ta’ee [[falaasama]] bifa seenaan dubbii bineensotaa, meeshaa fi namaan [[safuu]], naamuusaa fi wajjiin jireenya ijoollee kan ittiin barsiisaniidha. Sheekkoo abshaalummaa fi doofummaa, jaalalaa fi jibba, dabeessaa fi goota walbira qabanii ka gaarii ta’e ijoolleen addaan baaftee akka barattuuf gargaara.
Manguddoon sheekkoo kalaqanii ijoollee ittiin gorsu. Dabalataan ummatni [[Oromoo]] qorumsaa fi ilaalcha addunyaa kanaaf qabu kan ittin ibsatuudha. Akkasuma waan ifatti dubbachuun hin danda’amne fi dhorkame karaa dubbate dhimma itti ba'uudha.<ref>{{cite web|url=https://www.voaafaanoromoo.com/a/dhaloota-haaraan-aadaa-keenya-baru-qaba---114203164/1476067.html|title=Dhaloota Haaraan Aadaa Keenya Baru Qaba !|website=voaafaanoromoo.com}}</ref>
==Kanas ilaali==
* [[Tarree Sheekkoo]]
* [[Afoola]]
== Wabii ==
{{Category:Afoola Oromoo}}
{{Category:Afaan Oromoo}}
{{Category:Aadaa Oromoo}}
l9wpek8u6tgew27dp22zlizvwxcemrn