Wikipedia omwiki https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura MediaWiki 1.47.0-wmf.23 first-letter Media Special Talk User User talk Wikipedia Wikipedia talk File File talk MediaWiki MediaWiki talk Template Template talk Help Help talk Category Category talk TimedText TimedText talk Module Module talk Event Event talk Henri Matisse 0 6602 45952 45506 2026-10-08T07:00:03Z Orange0067 14735 /* */ 45952 wikitext text/x-wiki [[File:Portrait_of_Henri_Matisse_1933_May_20.jpg|right|thumb|262x262px|Matisse bara 1933tti]] '''Henri Matise''' (Le Cateau-Cambrésis, Nord, A.L.A 31 Mudde 1869 - 3 Sadaasa 1954) [[artiistii]] [[Firaansi|fireench]] halluu fayyadamuu fi yaada haara maddasiisuun beekamuudha. Inni sirritti kan beekamu akka halluu dibaatti, garuu inni fakkii kaasaa fi siidaa fi suuraas bocaa ture. Matiseen artiistoota gurguddoo jaarraa 20ffaa keessatti artii ammayyaa uumuuf gargaaran keessaa isa tokko. : ′′Matiseen qabaa halluu mijataa halluuwwan furdaa hanga sararaa buruusha akaakuu garagaraa irratti godhuun uume. Kuni sochii avant-garde (1905-7) isa jalqabaati kan aartii kiritik Fauvism jechuun tasa walitti qabama hallu ifaa fayyadamuu fi hojii burushaa cimina qabu wali makuu ibsuuf moggaaseedha.′′ Inni jalqaba Fauve (bineensa alaa) jedhamuyyu, isaan aadaas hedduu dibee jira. Jireenya kan dibee inni, hojiin isaa fakkii adda addaa fi kanneen biroos ni dabalata. Hayyuummaan jachama afaanii fi halluu isaa hojii jaarraa walakkaa keessa ture, beekamti akka hogganaatti aartii ammayyaa keessatti isa gonfachiise. [[Jean-Joseph Sanfourche]] Matiseen dhukkuba onneen Nice, Alpes-Maritimes keessatti du'e. == Wabii == == Geessituu alaa == * Matisse in Artchive [http://www.artchive.com/artchive/M/matisse.html Artchive] * 500 hi-res images [https://web.archive.org/web/20140326120442/http://www.henri-matisse.net/ Henri Matisse: life and work] [[Category:Lammii Firaansi]] [[Category:Halluu dibaa]] [[Category:Artistoota]] 20mcgtvxyzadhqzvv1myw8ocidiikh3 45954 45952 2026-10-08T07:08:31Z Orange0067 14735 /* */ 45954 wikitext text/x-wiki [[File:Portrait_of_Henri_Matisse_1933_May_20.jpg|right|thumb|262x262px|Matisse bara 1933tti]] '''Henri Matise''' (Le Cateau-Cambrésis, Nord, A.L.A 31 Mudde 1869 - 3 Sadaasa 1954) [[artiistii]] [[Firaansi|fireench]] halluu fayyadamuu fi yaada haara maddasiisuun beekamuudha. Inni sirritti kan beekamu akka halluu dibaatti, garuu inni fakkii kaasaa fi siidaa fi suuraas bocaa ture. Matiseen artiistoota gurguddoo jaarraa 20ffaa keessatti artii ammayyaa uumuuf gargaaran keessaa isa tokko. : ′′Matiseen qabaa halluu mijataa halluuwwan furdaa hanga sararaa buruusha akaakuu garagaraa irratti godhuun uume. Kuni sochii avant-garde (1905-7) isa jalqabaati kan aartii kiritik Fauvism jechuun tasa walitti qabama hallu ifaa fayyadamuu fi hojii burushaa cimina qabu wali makuu ibsuuf moggaaseedha.′′ Inni jalqaba Fauve (bineensa alaa) jedhamuyyu, isaan aadaas hedduu dibee jira. Jireenya kan dibee inni, hojiin isaa fakkii adda addaa fi kanneen biroos ni dabalata. Hayyuummaan jachama afaanii fi halluu isaa hojii jaarraa walakkaa keessa ture, beekamti akka hogganaatti aartii ammayyaa keessatti isa gonfachiise. Matiseen dhukkuba onneen Nice, Alpes-Maritimes keessatti du'e. == Wabii == == Geessituu alaa == * Matisse in Artchive [http://www.artchive.com/artchive/M/matisse.html Artchive] * 500 hi-res images [https://web.archive.org/web/20140326120442/http://www.henri-matisse.net/ Henri Matisse: life and work] [[Category:Lammii Firaansi]] [[Category:Halluu dibaa]] [[Category:Artistoota]] g9c0fgff92fmy7xubtbe2rzqwykou5i Oro ssm LIIVARPUUL 0 10008 45951 45885 2026-10-07T19:27:34Z OroSsmLiivarpuul 14581 Suuraa dabalaniiru 45951 wikitext text/x-wiki Oro Ssm Liivarpuul miidiyaa ispoortii dhuunfaa fi waqtaawaa Afaan Oromootiin tajaajila dhiyeessu dha. Miidiyichi Fulbaana (September) 06, 2024 gaazixeessaa fi ogeessa ispoortii Abdulsamad Bakar tiin hundeeffame. Hojii fi Qabiyyee Oro Ssm Liivarpuul gabaasa ispoortii hammayyaa dhimma kilaba kubbaa miilaa Liverpool FC, jijjiirraa taphattootaa idil-addunyaa, fi gabaasa taphoota gurguddoo irratti xiyyeeffachuun hojjata. Miidiyichi jechoota miidhagoo, bifa kolfisiisaa fi miira deeggartummaa kakaasaniin odeeffannoo daddafsee hawaasa biraan gahuun beekama. Teknoolojii Hordoftoonni miidiyichaa salphatti odeeffannoo daddafanii akka argataniif, Oro Ssm Liivarpuul tajaajila Appilikeeshinii dhuunfaa (Web App) mijeessuun dhiyeessii isaa gara gabaa teeknoolojiitti babal'isee jira. Facebook link : https://www.facebook.com/Orossmm <nowiki>[[File:Abdulsamad Bakar Oro ssm Liivarpuul.png|thumb|Gaazixeessaa Abdulsamad Bakar, hundessaa miidiyaa Oro ssm LIIVARPUUL.]]</nowiki> [[File:Tempphoto.jpg|thumb|Oro Ssm Liivarpuul - Oromo Sports Journalist]] __INDEX__ __NEWSECTIONLINK__ 4kyxefzqwu41os4kplf4xbvx2se8bcq Jean-Joseph Sanfourche 0 10059 45953 2026-10-08T07:07:35Z Orange0067 14735 Artiistii 45953 wikitext text/x-wiki '''Jean-Joseph Sanfourche''' salphaatti Sanfourche (Bordeaux, Gironde, 25 June, 1929 - 13 Amajjii, 2010) artiistii [[Firaansi|fireench]]. == Wabii == == Geessituu alaa == [[Category:Artistoota]] b7w7beyqwmxgze84c021f4sj1s4yws8