Wikipedia omwiki https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura MediaWiki 1.48.0-wmf.4 first-letter Media Special Talk User User talk Wikipedia Wikipedia talk File File talk MediaWiki MediaWiki talk Template Template talk Help Help talk Category Category talk TimedText TimedText talk Module Module talk Event Event talk Baha Shawaa 0 2505 46037 41557 2026-11-15T14:29:00Z Badhishalastking 14983 46037 wikitext text/x-wiki {{Godina| | Maqaa = badhisha | Alaabaa = | Asxaa uffata waraanaa = | Kaartaa = [[File:Godinaalee Oromiyaa.png|300px]]<br>Godinaalee Oromiyaa | Biyya = Itoophiyaa | Naannoo = Oromiyaa | Magaalaa Guddaa =Alamaya | Baayyina ummataa =2,475,945 | Tuuta'insa ummataa =181.73 }} '''Shawaa Bahaa''' (East Shewa) godinaalee kudhan-lamaan [[Oromiya|Oromiyaa]] keessaa tokko yoo tatu, maqaa kanas kan argatte kutaa bulchinsa [[Hararge baha]] durii irratti. Shawaan Baha jiddu [[Oromiyaa|Oromiyaatti]] kan argamtu yoo ta'uu, kutaalee dhihaa fi baha walitti qabsisti. Zoniin kunii kibba fi kibba-dhihaan [[Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa]], dhihaan [[Shawaa Dhihaa]]n, kabba-dhihan [[Shawaa Kaabaa|Shawaa Kaabaan]], kaabaan [[Naannoo Oromia |NaannooOromia ]], kabba-bahan [[Naannoo Affaar]], kibba-dhihaan [[Arsii]]n marfamtee kan argamtu yoo tatuu, dhumaa dhihaa ishettiin [[Laga Bilaattee]] qabachuun beekamti. Magaallan beekamoo Shawaa bahaa kessatti argaman [[Adaamaa]], [[Bishooftuu]], [[Matahaaraa]], [[Shaashamaannee]] fi [[Baatuu]]. Yaada badaa mukni isaa irraa ciramee badee midhasuu irraa ka'amee, Biiroo Qonnaa fi Misooma Baadiyaa godinichaa (''Zonal Agriculture and Rural Development Office)'' guyya Onk. 2, 2006 irratti mukaa hangaa miliyoona 36.3 ta'uu, annolee godina Shawaa bahaa 10 keessatti, lafa heektaara 4,000 ga'u irratti dhabuu danda'eera.<ref>[https://web.archive.org/web/20070927005233/http://www.waltainfo.com/EnNews/2006/Oct/02Oct06/18798.htm Zone transplants over 36mln seedlings] ([[Walta Information Center|Walta]])</ref> ===Gabaasa Shawaa Bahaa=== Gabaasa [[Abbaa Taayitaa Instaatistiiksii|Abbaa Taayitaa Instaatistiiksii (Central Statistical Agency)]] irraa bara 2005 GC akka ibsutti, godinni kuni tilmamaan bayyina ummatta 2,475,945, yoo qabaatu kana keessaa 1,246,576 dhiira yoo ta'an kan hafan yookan immo 1,229,369 immo dubraa dha. Bayyina ummatta oliitii ibsame keessaa parsentiin 32.1% yookan namni 794,683 badiyya alla jirrattu. Ballina lafa tilmamaan 13,624.09 square kilometers ta'u keessatti tuuta'insa uummataa Shawaa Baha tilmamaan 181.73 people per square kilometer ta'a.<ref>[https://web.archive.org/web/20070813054932/http://www.csa.gov.et/text_files/2005_national_statistics.htm CSA 2005 National Statistics], Tables B.3 and B.4</ref> Akka [[Baankii Addunyaa]] meemoraandamii gaafa Caamsaa 24, 2004 akka ibsutti, parsentiin 9% jirattotta Shawaa Bahaa elektrikii ni fayyadatamu, akkasumas baayyinni karaa konkolaataa godina kanaa 54.7 kilometers per 1000 square kilometers yoo ta'u (kunis yoo kiilomeetira 30 kan biyyaa wajjin yoo walitti madalaan)<ref>"[http://www-wds.worldbank.org/external/default/main?pagePK=64193027&piPK=64187937&theSitePK=523679&menuPK=64187510&searchMenuPK=64187283&theSitePK=523679&entityID=000112742_20030530104124&searchMenuPK=64187283&theSitePK=523679 Ethiopia - Second Road Sector Development Program Project]", p.3 (World Bank Project Appraisal Document, published 19 May 2003)</ref>, akkasumas avireejjiin abbaa manaa badiyya tokko heektaara lafa 1.2 (kunis heektaara lafa biyyaa 1.01 fi heektaara lafa [[Oromiyaa]] 1.14 wajjin yoo walitti madalamu<ref>Comparative national and regional figures comes from the World Bank publication, [https://web.archive.org/web/20070310150244/http://econ.worldbank.org/external/default/main?ImgPagePK=64202990&entityID=000094946_03032704080562&menuPK=64168175&pagePK=64210502&theSitePK=477938&piPK=64210520 Klaus Deininger et al. "Tenure Security and Land Related Investment", WP-2991] (accessed 23 March 2006).</ref>, akkasumas avireejjiin abbaa manaa baadiyyaa tokko mataan horii mana hanga 1.0 qaba. Parsentiin 14.5% ummata, namota qonnaa malee jiratan yoo ta'an, kunis yoo kan biyya parsenti 25% fi kan [[Oromiyaa]] 24% wajjin yoo walitti madallan. Ijollee barachu danda'an keessa parsentiin 61% mana barumsa sadarka tokkoffati galma'ani argamu, akkasumas parsentiin 19% mana barumsa sadarka lammaffatti galam'ani argamu. Parsentiin 21% godina kanaa [[busaa|busaaf]] saaxilamaa yoo ta'an, 49% immoo [[Tsetse fly]]iif bana jiruu. Meemoraandamiin godina kanaa balaa qillensa gogaa (risk of drought) qabachun qabxii 372 kennaaf.<ref>[http://siteresources.worldbank.org/INTETHIOPIA/Resources/PREM/FourEthiopiasrev6.7.5.May24.pdf World Bank, ''Four Ethiopias: A Regional Characterization''] (accessed 23 March 2006).</ref> == Annolee == *[[Ada'aa Cuqqaalaa]] *[[Adama (aanaa)|Adaamaa]] *[[Adaamii Tulluu fi Jiiddoo Kombolchaa]] *[[Aqaaqii]] *liiban cuqqaalaa *[[Boosat]] *[[Dugda Bora]] *[[Fantaallee]] *[[Gimbichu]] *[[Loomee (aanaa)|Lumee]] == Notes == <references/> {{Aanolee Shawaa Bahaa}} {{Oromiyaa}} [[Category:Godinaalee Oromiyaa|Shawaa Baha]] 79nokad4sm3azhvyrhvsn1kx3zp5dsp Talk:Sirna Gadaa 1 10070 46036 2026-11-15T14:05:13Z Buush hasan 14982 /* photo to video */ new section 46036 wikitext text/x-wiki == photo to video == two [[User:Buush hasan|Buush hasan]] ([[User talk:Buush hasan|dubbadhu]]) 14:05, 15 Sadaasa 2026 (UTC) hnofdyny6rfwrx7n9ozpu2s6sbyicby Luwiiz Inasiyoo Luulaa da Siilvaa 0 10071 46038 2026-11-16T11:45:46Z ~2026-60542-80 14989 Fuula Harra: [[File:Foto oficial de Luiz Inácio Lula da Silva (mais estreita).jpg|thumb|right|200px|Lula da Silva]] '''Luiz Inácio Lula da Silva''' (Waxabajjii 27, 1945) nama siyaasaa, hogganaa beekamaa fi [[pirezidaantii]] [[Biraazil]] ti. == Jireenya Dhuunfaa == Inni hojjetaa sibiilaa fi hogganaa waldaa hojjettootaa kan madda gad of qabuu fi kaaba baha [[Biraazil]] ture. Bara abbaa irree waraanaa naannoo ABC Paulista keessatti lagannaa hojjettootaa guddaa kan hooggane yoo ta'u, bara 19... 46038 wikitext text/x-wiki [[File:Foto oficial de Luiz Inácio Lula da Silva (mais estreita).jpg|thumb|right|200px|Lula da Silva]] '''Luiz Inácio Lula da Silva''' (Waxabajjii 27, 1945) nama siyaasaa, hogganaa beekamaa fi [[pirezidaantii]] [[Biraazil]] ti. == Jireenya Dhuunfaa == Inni hojjetaa sibiilaa fi hogganaa waldaa hojjettootaa kan madda gad of qabuu fi kaaba baha [[Biraazil]] ture. Bara abbaa irree waraanaa naannoo ABC Paulista keessatti lagannaa hojjettootaa guddaa kan hooggane yoo ta'u, bara 1980tti, adeemsa banamuu siyaasaa keessatti, Paartii Hojjetootaa (PT) hundeessuuf gargaareera. Luulaan bara dimokiraasii, yeroo hojii siyaasaa isaa jalqabe, sochii Diretas Já keessatti hoggantoota ijoo keessaa tokko. Bara 1986tti sagalee lakkoofsaan galmeessisuun itti aanaa federaalaa kutaa biyyaa Saawuu Paawuloo ta'uun filataman. Filannoo pirezidaantii bara 1989, 1994, 1998, 2002, 2006, 2022, fi 2026 irratti hirmaate. Kun seenaa [[Biraazil]] irratti mallattoo addaa kan dhiise yoo ta’u, namoota yeroo dheeraaf biyyattii keessatti tajaajilan keessaa tokko. Filannoo bara 2002, 2006, 2022, fi 2026 injifachuun seenaa Biraazil keessatti [[pirezidaantii]] marsaa afuriif filataman qofa ta’uun isaanii ni yaadatama. [[Category:Siyaasa]] 5vvo7sxjejfmcb77ck9jvmi0rpt40a1 46039 46038 2026-11-16T11:49:33Z ~2026-60542-80 14989 46039 wikitext text/x-wiki [[File:Foto oficial de Luiz Inácio Lula da Silva (mais estreita).jpg|thumb|right|200px|Lula da Silva]] '''Luiz Inácio Lula da Silva''' (Waxabajjii 27, 1945) nama siyaasaa, hogganaa beekamaa fi [[pirezidaantii]] [[Biraazil]] ti. == Jireenya Dhuunfaa == Inni hojjetaa sibiilaa fi hogganaa waldaa hojjettootaa kan madda gad of qabuu fi kaaba baha [[Biraazil]] ture. Bara abbaa irree waraanaa naannoo ABC Paulista keessatti lagannaa hojjettootaa guddaa kan hooggane yoo ta'u, bara 1980tti, adeemsa banamuu siyaasaa keessatti, Paartii Hojjetootaa (PT) hundeessuuf gargaareera. Luulaan bara dimokiraasii, yeroo hojii siyaasaa isaa jalqabe, sochii Diretas Já keessatti hoggantoota ijoo keessaa tokko. Bara 1986tti sagalee lakkoofsaan galmeessisuun itti aanaa federaalaa kutaa biyyaa Saawuu Paawuloo ta'uun filataman. Filannoo bara 2002, 2006, 2022, fi 2026 injifachuun seenaa Biraazil keessatti [[pirezidaantii]] marsaa afuriif filataman qofa ta’uun isaanii ni yaadatama. [[Category:Siyaasa]] kkj00wvr6cumms4zoq6le5tiq4x28uq