Wikipedia
omwiki
https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura
MediaWiki 1.48.0-wmf.4
first-letter
Media
Special
Talk
User
User talk
Wikipedia
Wikipedia talk
File
File talk
MediaWiki
MediaWiki talk
Template
Template talk
Help
Help talk
Category
Category talk
TimedText
TimedText talk
Module
Module talk
Event
Event talk
Yuunbarsiitii Wallaggaa
0
10072
46040
2026-11-18T10:35:51Z
~2026-61071-03
15002
Odeeffannoo Yuniversiitii kana tokko tokkon itti dabale.
46040
wikitext
text/x-wiki
== Yuunbarsiitii (Yuniversiitii) Wallaggaan (Wollega University) ==
Yunivesiitiiwwan mootummaa Itiyoophiyaa keessatti argaman keessa tokko dha. Bakki argamni isaa Godina Wallaggaa, Magaalaa Naqamteedha.
Yuniversiitiin kun uummata naannoo isaaf gargaarsa hedduu kennaa ture. Isaan keessa muraasni:
# Hoospitaala Rifiraalaa (Referral Hospital)
# Mana barumsaa Bultii Addaa Yunivarsiitii Wollaggaa
# Gargaarsa dhaabbilee barnoota garaa , Mana barnootaa Ifa Boruu Najjoo dabalate
Kanaa fi kanneen hafan biroo dabalatee Yuniversiitiin kun uummata gargaaraa jira.
Pirezidentii: Dr. Tesfaye Lammaa
Ittaantoota Pirezidentii: Dr. Olaana Debel, Dr. Malka Hiika, Dr. Dirribaa Dhibaa<ref>[https://wollegauniversity.edu.et/ https://wollegauniversity.edu.et/https://wollegauniversity.edu.et/]</ref>
Baay'ina barattootaa: '''18303'''
Undergraduate Program: '''95'''
Masters Program: 119
PhD Program: 20
website (marsariitii): https://wollegauniversity.edu.et/
email: info@wollegauniversity.edu.et
Bilbila: +251 576 61 79 81, +251 576 61 79 80
ao88wsq407fwdeefqx3lsd130emlv9b