Qubee dachaa
From Wikipedia
Qubeen dachaa qubee sagalee addaa ta'e, ka qubeewwan diddamii jahan keessa hin jirre of keessaa qabu. Sagalee qubee kanniinii qubeewwan dubbifamaa gara garaa lama wolitti fiduun barreesina. Qubeewwan dachaan kunniin qubee akka SH, NY ,CH, DH, PH,fi(ST)ti. Qubeewwan dachaa kanniin keessa qubeen "ST" quboota akka P,V fi Z dabalatee qubee ergifanna ykn qubee alagaa jedhamani beekkamu.